Sad · 53/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
هَٰذَا مَا تُوعَدُونَ لِيَوْمِ الْحِسَابِ ۝٥٣
Haaza maa too`odoona li Yawmil Hisaab
📖 Afaan Oromoon
Kun waan guyyaa herregaatiif beellama godhamtaniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 51-55 — Suuratu Sad

51مُتَّكِئِينَ فِيهَا يَدْعُونَ فِيهَا بِفَاكِهَةٍ كَثِيرَةٍ وَشَرَابٍ
Ishee keessa (siree irratti) hirkatanii jiraatuIshee keessatti fuduraalee baay’eefi dhugaatiis ni waammatu
52۞ وَعِندَهُمْ قَاصِرَاتُ الطَّرْفِ أَتْرَابٌ
Dubartoota nama biraa ilaaluu irraa ija gabaabsan, kan umriin isaanii wal qixa ta’etu isaan bira jira
53هَٰذَا مَا تُوعَدُونَ لِيَوْمِ الْحِسَابِ
Kun waan guyyaa herregaatiif beellama godhamtaniidha
54إِنَّ هَٰذَا لَرِزْقُنَا مَا لَهُ مِن نَّفَادٍ
Dhugumatti, kun kennaa keenyaa, dhumti isaaf hin jiru
55هَٰذَا ۚ وَإِنَّ لِلطَّاغِينَ لَشَرَّ مَآبٍ
Kun (kan mu’uminootaati)Daangaa dabartootaaf immoo deebii hamaa ta’etu jira
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Sad 53

Suuratu Sad Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kun waan guyyaa herregaatiif beellama godhamtaniidha

Suuratu Aayah 53/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers