Sad · 83/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
إِلَّا عِبَادَكَ مِنْهُمُ الْمُخْلَصِينَ ۝٨٣
Illaa `ibaadaka minhumul mukhlaseen
📖 Afaan Oromoon
Gabroota kee irraa isaan qulqulleefamoo malee.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-85 — Suuratu Sad

81إِلَىٰ يَوْمِ الْوَقْتِ الْمَعْلُومِ
“Hanga guyyaa yeroo beekamaatti.”
82قَالَ فَبِعِزَّتِكَ لَأُغْوِيَنَّهُمْ أَجْمَعِينَ
(Ibliisis) ni jedhe: “jabeenya keetiin kakadhee! Isaan hunda nan jallisa
83إِلَّا عِبَادَكَ مِنْهُمُ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota kee irraa isaan qulqulleefamoo malee.”
84قَالَ فَالْحَقُّ وَالْحَقَّ أَقُولُ
(Rabbiin) ni jedhe: “Egaa dhugaan (Ana irraayi), Ani dhugumaan jedhas
85لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكَ وَمِمَّن تَبِعَكَ مِنْهُمْ أَجْمَعِينَ
Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.”
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — Sad 83

Suuratu Sad Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gabroota kee irraa isaan qulqulleefamoo malee.”

Suuratu Aayah 83/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers