Sad · 87/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Sad
إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ ۝٨٧
In huwa illaa zikrul lil`aalameen
📖 Afaan Oromoon
Inni gorsa aalama hundaati malee homaa miti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 85-88 — Sad

85لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكَ وَمِمَّن تَبِعَكَ مِنْهُمْ أَجْمَعِينَ
Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.”
86قُلْ مَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ وَمَا أَنَا مِنَ الْمُتَكَلِّفِينَ
(Yaa Muhammad!) jedhi: “(Qur’aana) kana irratti mindaa isin hin gaafadhuAni warra of dirqan irraayis miti
87إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Inni gorsa aalama hundaati malee homaa miti
88وَلَتَعْلَمُنَّ نَبَأَهُ بَعْدَ حِينٍ
Dhugumatti, oduu isaa yeroo booda beekuuf jirtu.”
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
87Aayah

Hiikkaa — Sad 87

Suuratu Sad Aayah 87 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni gorsa aalama hundaati malee homaa miti

Suuratu Aayah 87/88 — Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Sad Caqasi, Sad Hiikkaa, Sad mp3, Sad pdf. Aayah 85–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers