Sad · 86/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
قُلْ مَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ وَمَا أَنَا مِنَ الْمُتَكَلِّفِينَ ۝٨٦
Qul maaa as`alukum `alaihi min ajrinw wa maaa ana minal mutakallifeen
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) jedhi: “(Qur’aana) kana irratti mindaa isin hin gaafadhuAni warra of dirqan irraayis miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 84-88 — Suuratu Sad

84قَالَ فَالْحَقُّ وَالْحَقَّ أَقُولُ
(Rabbiin) ni jedhe: “Egaa dhugaan (Ana irraayi), Ani dhugumaan jedhas
85لَأَمْلَأَنَّ جَهَنَّمَ مِنكَ وَمِمَّن تَبِعَكَ مِنْهُمْ أَجْمَعِينَ
Jahannamiin siifi isaan irraa namoota si hordofan hundaaniin guuta.”
86قُلْ مَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ وَمَا أَنَا مِنَ الْمُتَكَلِّفِينَ
(Yaa Muhammad!) jedhi: “(Qur’aana) kana irratti mindaa isin hin gaafadhuAni warra of dirqan irraayis miti
87إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرٌ لِّلْعَالَمِينَ
Inni gorsa aalama hundaati malee homaa miti
88وَلَتَعْلَمُنَّ نَبَأَهُ بَعْدَ حِينٍ
Dhugumatti, oduu isaa yeroo booda beekuuf jirtu.”
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
86Aayah

Hiikkaa — Sad 86

Suuratu Sad Aayah 86 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) jedhi: “(Qur’aana) kana irratti mindaa isin hin gaafadhuAni…

Suuratu Aayah 86/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 84–88. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers