An-Nisa · 80/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
مَّن يُطِعِ الرَّسُولَ فَقَدْ أَطَاعَ اللَّهَ ۖ وَمَن تَوَلَّىٰ فَمَا أَرْسَلْنَاكَ عَلَيْهِمْ حَفِيظًا ۝٨٠
Man yuti`ir Rasoola faqad ataa`al laaha wa man tawallaa famaaa arsalnaaka `alaihim hafeezaa
📖 Afaan Oromoon
Namni ergamichaan ajajame dhugaatti Rabbiin ajajameeraNama gara gale immoo isaan irratti eegaa taasifnee si hin ergine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 78-82 — Suuratu An-Nisa

78أَيْنَمَا تَكُونُوا يُدْرِككُّمُ الْمَوْتُ وَلَوْ كُنتُمْ فِي بُرُوجٍ مُّشَيَّدَةٍ ۗ وَإِن تُصِبْهُمْ حَسَنَةٌ يَقُولُوا هَٰذِهِ مِنْ عِندِ اللَّهِ ۖ وَإِن تُصِبْهُمْ سَيِّئَةٌ يَقُولُوا هَٰذِهِ مِنْ عِندِكَ ۚ قُلْ كُلٌّ مِّنْ عِندِ اللَّهِ ۖ فَمَالِ هَٰؤُلَاءِ الْقَوْمِ لَا يَكَادُونَ يَفْقَهُونَ حَدِيثًا
“Eessallee yoo taatan duuti isin argataOdoo gamoowwan ciccimoo keessa taatanillee (isin irraa hin hafu)Yoo toltuun wahii isaan tuqu immoo “kun Rabbiin biraayi” jedhuYoo hamtuun wahii isaan tuqu immoo “(yaa Muhammad!) kun si biraayi" jedhu“Hunduu Rabbiin biraayyi" jedhiUmmanni kun maaltu isaaniif jiraayyi dubbii homaayyuu hubachuutti hin dhihaanne
79مَّا أَصَابَكَ مِنْ حَسَنَةٍ فَمِنَ اللَّهِ ۖ وَمَا أَصَابَكَ مِن سَيِّئَةٍ فَمِن نَّفْسِكَ ۚ وَأَرْسَلْنَاكَ لِلنَّاسِ رَسُولًا ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا
Toltuu irraa wanti si tuqe kamillee RabbirraayyiHamtuu irraa wanti si tuqe kamillee lubbuu kee irraayiNamootaaf ergamaa taasifneetiin si ergineRagummaaf Rabbiin qofti ga’adha
80مَّن يُطِعِ الرَّسُولَ فَقَدْ أَطَاعَ اللَّهَ ۖ وَمَن تَوَلَّىٰ فَمَا أَرْسَلْنَاكَ عَلَيْهِمْ حَفِيظًا
Namni ergamichaan ajajame dhugaatti Rabbiin ajajameeraNama gara gale immoo isaan irratti eegaa taasifnee si hin ergine
81وَيَقُولُونَ طَاعَةٌ فَإِذَا بَرَزُوا مِنْ عِندِكَ بَيَّتَ طَائِفَةٌ مِّنْهُمْ غَيْرَ الَّذِي تَقُولُ ۖ وَاللَّهُ يَكْتُبُ مَا يُبَيِّتُونَ ۖ فَأَعْرِضْ عَنْهُمْ وَتَوَكَّلْ عَلَى اللَّهِ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا
(Yaanni keenya siif) ajajamuudha” jedhuYeroo si biraa bahan, gareen isaan irraa ta’e tokko faallaa waan ati jettee bulfataRabbiin waan isaan bulfatan ni barreessaIsaan irraa gara gali; Rabbi irrattis irkadhuIrkoo ta’uu irratti Rabbiin ga’aadha
82أَفَلَا يَتَدَبَّرُونَ الْقُرْآنَ ۚ وَلَوْ كَانَ مِنْ عِندِ غَيْرِ اللَّهِ لَوَجَدُوا فِيهِ اخْتِلَافًا كَثِيرًا
Sila isaan Qur’aana hin xiinxalanuu? Odoo waan Rabbiin alaa biraa ta’ee, silaa isa keessatti wal dhabbii baay’ee argu turan
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
80Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 80

Suuratu An-Nisa Aayah 80 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni ergamichaan ajajame dhugaatti Rabbiin ajajameeraNama gara gale immoo isaan…

Suuratu Aayah 80/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 78–82. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers