Ash-Shura · 32/53
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shura
وَمِنْ آيَاتِهِ الْجَوَارِ فِي الْبَحْرِ كَالْأَعْلَامِ ۝٣٢
Wa min Aayaatihil ja waarifil bahri kal a`lam
📖 Afaan Oromoon
Dooniiwwan akka tabbaa kan galaana keessa yaa’anis mallattoolee Isaa irraayi

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Ash-Shura

30وَمَا أَصَابَكُم مِّن مُّصِيبَةٍ فَبِمَا كَسَبَتْ أَيْدِيكُمْ وَيَعْفُو عَن كَثِيرٍ
Hamtuu irraa wanti isin tuqe waanuma harki keessan hojjatteefi; baay’ees dhiifama godha
31وَمَا أَنتُم بِمُعْجِزِينَ فِي الْأَرْضِ ۖ وَمَا لَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ
Isinis dachii keessatti Rabbi duraa bahoo mitiRabbiin ala jaalalleefi tumsaanis isiniif hin jiru
32وَمِنْ آيَاتِهِ الْجَوَارِ فِي الْبَحْرِ كَالْأَعْلَامِ
Dooniiwwan akka tabbaa kan galaana keessa yaa’anis mallattoolee Isaa irraayi
33إِن يَشَأْ يُسْكِنِ الرِّيحَ فَيَظْلَلْنَ رَوَاكِدَ عَلَىٰ ظَهْرِهِ ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّكُلِّ صَبَّارٍ شَكُورٍ
Yoo fedhe qilleensa cal’isiiseeti dugda isaa irra tattaa’oo ta’u turanKana keessa warra akkaan obsanii, galatoomfatan hundaaf mallattooleetu jira
34أَوْ يُوبِقْهُنَّ بِمَا كَسَبُوا وَيَعْفُ عَن كَثِيرٍ
Yookiin waan isaan hojjataniin isaan balleessa; baay’ees dhiifama godha
Ash-ShuraTarreeffama Qur'ana
53Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Ash-Shura 32

Suuratu Ash-Shura Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dooniiwwan akka tabbaa kan galaana keessa yaa’anis mallattoolee Isaa irraayi

Suuratu Aayah 32/53 — Suuratu Ash-Shura الشورى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shura Caqasi, Suuratu Ash-Shura Hiikkaa, Suuratu Ash-Shura mp3, Suuratu Ash-Shura pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers