Ad-Dukhan · 16/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
يَوْمَ نَبْطِشُ الْبَطْشَةَ الْكُبْرَىٰ إِنَّا مُنتَقِمُونَ ۝١٦
Yawma nabtishul batsha tal kubraa innaa muntaqimoon
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa qabaa guddaa qabnu Nuti haaloo bahatoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Ad-Dukhan

14ثُمَّ تَوَلَّوْا عَنْهُ وَقَالُوا مُعَلَّمٌ مَّجْنُونٌ
Ergasii isa irraa gara galanii “(Inni) barsiifamaa maraatuudha” jedhan
15إِنَّا كَاشِفُو الْعَذَابِ قَلِيلًا ۚ إِنَّكُمْ عَائِدُونَ
Nuti yeroo gabaabaaf adabbii saaqoodha; Isin (kufriitti) deebi’oodha
16يَوْمَ نَبْطِشُ الْبَطْشَةَ الْكُبْرَىٰ إِنَّا مُنتَقِمُونَ
Guyyaa qabaa guddaa qabnu Nuti haaloo bahatoodha
17۞ وَلَقَدْ فَتَنَّا قَبْلَهُمْ قَوْمَ فِرْعَوْنَ وَجَاءَهُمْ رَسُولٌ كَرِيمٌ
Dhugumatti, Nuti isaan dura ummata Fir’awni mokkorree jirraErgamaan kabajamaanis isaanitti dhufe
18أَنْ أَدُّوا إِلَيَّ عِبَادَ اللَّهِ ۖ إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
“Ani isiniif ergamaa amanamaadhaa, gabroota Rabbii gara kiyya kennaa!” jechuun (isaanitti dhufe)
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 16

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa qabaa guddaa qabnu Nuti haaloo bahatoodha

Suuratu Aayah 16/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers