Al-Maidah · 113/120
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Maidah
قَالُوا نُرِيدُ أَن نَّأْكُلَ مِنْهَا وَتَطْمَئِنَّ قُلُوبُنَا وَنَعْلَمَ أَن قَدْ صَدَقْتَنَا وَنَكُونَ عَلَيْهَا مِنَ الشَّاهِدِينَ ١١٣
Transliteration
Qaaloo nureedu an naakula minhaa wa tatam`inna quloo bunaa wa na`lama an qad sadaqtana wa nakoona `alaihaa minash shaahideen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
(Isaanis) "Nuti ishee irraa nyaachuu, onneen keenya tasgabbaa’uu, akka wanti ati jettu dhugaa ta’e mirkaneeffachuufi nutis san irratti warra ragaa ba’an irraa ta’uu feena" jedhan
🎧 Caqasi
📜 Aayah 111-115 — Al-Maidah
111وَإِذْ أَوْحَيْتُ إِلَى الْحَوَارِيِّينَ أَنْ آمِنُوا بِي وَبِرَسُولِي قَالُوا آمَنَّا وَاشْهَدْ بِأَنَّنَا مُسْلِمُونَ
Yeroo ani gara hawaariyyootaa "Anaafi ergamaa kiyyatti amanaa" jechuu beeksisee isaanis "Nuti amanne; akka nuti Muslimoota taane ragaa ba’i" jedhan [yaadadhu]
112إِذْ قَالَ الْحَوَارِيُّونَ يَا عِيسَى ابْنَ مَرْيَمَ هَلْ يَسْتَطِيعُ رَبُّكَ أَن يُنَزِّلَ عَلَيْنَا مَائِدَةً مِّنَ السَّمَاءِ ۖ قَالَ اتَّقُوا اللَّهَ إِن كُنتُم مُّؤْمِنِينَ
Yeroo hawaariyyoonni "Yaa Iisaa Ilma Maryam! Sila Gooftaan kee maaddii (qorii) samii irraa nuuf buusuu danda’aa?" jedhanu [yaadadhu](Iisaanis) "Yoo mu’uminoota taataniif Rabbiin sodaadhaa" jedhe
113قَالُوا نُرِيدُ أَن نَّأْكُلَ مِنْهَا وَتَطْمَئِنَّ قُلُوبُنَا وَنَعْلَمَ أَن قَدْ صَدَقْتَنَا وَنَكُونَ عَلَيْهَا مِنَ الشَّاهِدِينَ
(Isaanis) "Nuti ishee irraa nyaachuu, onneen keenya tasgabbaa’uu, akka wanti ati jettu dhugaa ta’e mirkaneeffachuufi nutis san irratti warra ragaa ba’an irraa ta’uu feena" jedhan
114قَالَ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ اللَّهُمَّ رَبَّنَا أَنزِلْ عَلَيْنَا مَائِدَةً مِّنَ السَّمَاءِ تَكُونُ لَنَا عِيدًا لِّأَوَّلِنَا وَآخِرِنَا وَآيَةً مِّنكَ ۖ وَارْزُقْنَا وَأَنتَ خَيْرُ الرَّازِقِينَ
Iisaa Ilma Maryam ni jedhe: "Yaa Allaah! Gooftaa keenya! akka dhaloota keenya kan jalqabaafi boodaatiif ayyaana (guyyaa gammachuu)fi mallattoo sirraa (buute) taatuuf samii irraa maaddii nurratti buusinu soorisAti caalaa warra rizqii kennuuti
115قَالَ اللَّهُ إِنِّي مُنَزِّلُهَا عَلَيْكُمْ ۖ فَمَن يَكْفُرْ بَعْدُ مِنكُمْ فَإِنِّي أُعَذِّبُهُ عَذَابًا لَّا أُعَذِّبُهُ أَحَدًا مِّنَ الْعَالَمِينَ
Rabbiin ni jedhe: "Ani ishee isinirratti nan buusaIsin irraa namni san booda kafare, Ani adabbii aalama irraa eenyuunillee hin adabnen isa adaba
Al-MaidahTarreeffama Qur'ana
120Aayah
MedinanRevelation
113Aayah
Hiikkaa — Al-Maidah 113
Suuratu Al-Maidah Aayah 113 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaanis) "Nuti ishee irraa nyaachuu, onneen keenya tasgabbaa’uu, akka wanti…Suuratu Aayah 113/120 — Al-Maidah المائدة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Maidah Caqasi, Al-Maidah Hiikkaa, Al-Maidah mp3, Al-Maidah pdf. Aayah 111–115. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








