Adh-Dhariyat · 5/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
إِنَّمَا تُوعَدُونَ لَصَادِقٌ ۝٥
Innamaa too`adoona la-saadiq
📖 Afaan Oromoon
Wanti isin beellamamtan dhugaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Adh-Dhariyat

3فَالْجَارِيَاتِ يُسْرًا
(Dooniwwan) haala salphaan (bishaan gubbaa) yaa’aniinis
4فَالْمُقَسِّمَاتِ أَمْرًا
(Maleykota) ajaja (Rabbii) raabsaniinis
5إِنَّمَا تُوعَدُونَ لَصَادِقٌ
Wanti isin beellamamtan dhugaadha
6وَإِنَّ الدِّينَ لَوَاقِعٌ
(Guyyaan) murtii dhugumatti argamaadha
7وَالسَّمَاءِ ذَاتِ الْحُبُكِ
Ammas samii abbaa miidhaginaatiin kakadhe
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 5

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wanti isin beellamamtan dhugaadha

Suuratu Aayah 5/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers