An-Najm · 38/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
أَلَّا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ ۝٣٨
Allaa taziru waaziratunw wizra ukhraa
📖 Afaan Oromoon
(Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu An-Najm

36أَمْ لَمْ يُنَبَّأْ بِمَا فِي صُحُفِ مُوسَىٰ
Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii
37وَإِبْرَاهِيمَ الَّذِي وَفَّىٰ
Kan Ibraahiim isa (ajaja Rabbii) guutees
38أَلَّا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ
(Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha
39وَأَن لَّيْسَ لِلْإِنسَانِ إِلَّا مَا سَعَىٰ
Namaafis waan hojjate malee hintaaneedha
40وَأَنَّ سَعْيَهُ سَوْفَ يُرَىٰ
Hojiin isaas of duratti mul’achuuf jiraadha
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — An-Najm 38

Suuratu An-Najm Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha

Suuratu Aayah 38/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers