An-Najm · 39/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَأَن لَّيْسَ لِلْإِنسَانِ إِلَّا مَا سَعَىٰ ۝٣٩
Wa al laisa lil insaani illaa maa sa`aa
📖 Afaan Oromoon
Namaafis waan hojjate malee hintaaneedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu An-Najm

37وَإِبْرَاهِيمَ الَّذِي وَفَّىٰ
Kan Ibraahiim isa (ajaja Rabbii) guutees
38أَلَّا تَزِرُ وَازِرَةٌ وِزْرَ أُخْرَىٰ
(Isheen sun) lubbuun dilii baadhattu ba’aa lubbuu biraa hin baadhattuudha
39وَأَن لَّيْسَ لِلْإِنسَانِ إِلَّا مَا سَعَىٰ
Namaafis waan hojjate malee hintaaneedha
40وَأَنَّ سَعْيَهُ سَوْفَ يُرَىٰ
Hojiin isaas of duratti mul’achuuf jiraadha
41ثُمَّ يُجْزَاهُ الْجَزَاءَ الْأَوْفَىٰ
Achii booda mindaa guutuutu isaaf kennamaadha
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — An-Najm 39

Suuratu An-Najm Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namaafis waan hojjate malee hintaaneedha

Suuratu Aayah 39/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers