Al-Qamar · 45/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
سَيُهْزَمُ الْجَمْعُ وَيُوَلُّونَ الدُّبُرَ ۝٤٥
Sa yuhzamul jam`u wa yuwalloonad dubur
📖 Afaan Oromoon
Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 43-47 — Suuratu Al-Qamar

43أَكُفَّارُكُمْ خَيْرٌ مِّنْ أُولَٰئِكُمْ أَمْ لَكُم بَرَاءَةٌ فِي الزُّبُرِ
(Yaa Qureeyshotaa!) Sila kaafiroota keessantu isaan kanneen irra caala moo kitaabota keessa (adabbii irraa) baraaramuutu isiniif jira
44أَمْ يَقُولُونَ نَحْنُ جَمِيعٌ مُّنتَصِرٌ
Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu
45سَيُهْزَمُ الْجَمْعُ وَيُوَلُّونَ الدُّبُرَ
Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru
46بَلِ السَّاعَةُ مَوْعِدُهُمْ وَالسَّاعَةُ أَدْهَىٰ وَأَمَرُّ
Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniitiQiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha
47إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 45

Suuratu Al-Qamar Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru

Suuratu Aayah 45/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers