Al-Qamar · 46/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
بَلِ السَّاعَةُ مَوْعِدُهُمْ وَالسَّاعَةُ أَدْهَىٰ وَأَمَرُّ ۝٤٦
Balis Saa`atu maw`iduhum was Saa`atu adhaa wa amarr
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniitiQiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Suuratu Al-Qamar

44أَمْ يَقُولُونَ نَحْنُ جَمِيعٌ مُّنتَصِرٌ
Hinumaayyuu “Nuti tuuta injifattoota” jedhu
45سَيُهْزَمُ الْجَمْعُ وَيُوَلُّونَ الدُّبُرَ
Tuutni isaanii cabsameeti dugda gara galuuf jiru
46بَلِ السَّاعَةُ مَوْعِدُهُمْ وَالسَّاعَةُ أَدْهَىٰ وَأَمَرُّ
Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniitiQiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha
47إِنَّ الْمُجْرِمِينَ فِي ضَلَالٍ وَسُعُرٍ
Dhugumatti, yakkamtoonni jallinaafi ibidda qabsiifamaa keessatti ta’u
48يَوْمَ يُسْحَبُونَ فِي النَّارِ عَلَىٰ وُجُوهِهِمْ ذُوقُوا مَسَّ سَقَرَ
Guyyaa fuula isaanii irratti ibidda keessa harkifaman, “tuqiinsa Saqar dhandhamaa” (jedhamaan)
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 46

Suuratu Al-Qamar Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Qiyaamaan beellama isaaniitiQiyaamaan irra ulfaattuufi akkaan hadhooftuudha

Suuratu Aayah 46/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers