Al-Waqi'ah · 88/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُقَرَّبِينَ ۝٨٨
Fa ammaaa in kaana minal muqarrabeen
📖 Afaan Oromoon
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 86-90 — Suuratu Al-Waqi'ah

86فَلَوْلَا إِن كُنتُمْ غَيْرَ مَدِينِينَ
Yoo (kaafamtanii) kan galata hin galfamne taatan (lubbuu san deebisaa)
87تَرْجِعُونَهَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo kan dhugaa dubbattan taatan maaliif hin deebiftanu
88فَأَمَّا إِن كَانَ مِنَ الْمُقَرَّبِينَ
Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e
89فَرَوْحٌ وَرَيْحَانٌ وَجَنَّتُ نَعِيمٍ
(Isaaf) haara galfii, gammachuufi jannata qananiitu jira
90وَأَمَّا إِن كَانَ مِنْ أَصْحَابِ الْيَمِينِ
Yoo inni warra mirgaa irraa ta’e immoo
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 88

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo inni (namni du’e sun) namoota Rabbitti dhiyeeffaman irraa ta’e

Suuratu Aayah 88/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers