Al-Qalam · 11/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
هَمَّازٍ مَّشَّاءٍ بِنَمِيمٍ ۝١١
Hammaazim mash shaaa`im binameem
📖 Afaan Oromoon
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Qalam

9وَدُّوا لَوْ تُدْهِنُ فَيُدْهِنُونَ
Odoo ati (ejjannoo kee) laaffiftee [Isaan] laaffisanii jaalatu
10وَلَا تُطِعْ كُلَّ حَلَّافٍ مَّهِينٍ
Akkaan kakataa salphataa hundaaf hin ajajamin
11هَمَّازٍ مَّشَّاءٍ بِنَمِيمٍ
Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)
12مَّنَّاعٍ لِّلْخَيْرِ مُعْتَدٍ أَثِيمٍ
Toltuu kan akkaan dhorgu, daangaa dabraa, dilaawaafis
13عُتُلٍّ بَعْدَ ذَٰلِكَ زَنِيمٍ
Gara jabeessa, sana booda immoo galtuu kan taeen (hin ajajamin)
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 11

Suuratu Al-Qalam Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkaan hamataa, walitti naqaadhaan akkaan deemaa kan taeef (hin ajajamin)

Suuratu Aayah 11/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers