Al-Qalam · 6/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qalam
بِأَييِّكُمُ الْمَفْتُونُ ۝٦
Bi ayyikumul maftoon
📖 Afaan Oromoon
Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Qalam

4وَإِنَّكَ لَعَلَىٰ خُلُقٍ عَظِيمٍ
Dhugumatti, ati amala (naamusa) guddaa irra jirta
5فَسَتُبْصِرُ وَيُبْصِرُونَ
Fuulduratti arguuf jirta; isaanis arguuf jiru
6بِأَييِّكُمُ الْمَفْتُونُ
Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu)
7إِنَّ رَبَّكَ هُوَ أَعْلَمُ بِمَن ضَلَّ عَن سَبِيلِهِ وَهُوَ أَعْلَمُ بِالْمُهْتَدِينَ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu nama karaa Isaa irraa jallate akkaan beeka; namoota qajeeloos Isatu akkaan beeka
8فَلَا تُطِعِ الْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf hin ajajamin
Al-QalamTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Qalam 6

Suuratu Al-Qalam Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Eenyuu keessantu Maraataa akka ta’e (arguuf jirtu)

Suuratu Aayah 6/52 — Suuratu Al-Qalam القلم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qalam Caqasi, Suuratu Al-Qalam Hiikkaa, Suuratu Al-Qalam mp3, Suuratu Al-Qalam pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers