Al-Haqqah · 19/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ فَيَقُولُ هَاؤُمُ اقْرَءُوا كِتَابِيَهْ ۝١٩
Fa ammaa man ootiya kitaabahoo biyameenihee fa yaqoolu haaa`umuq ra`oo kitaabiyah
📖 Afaan Oromoon
Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Al-Haqqah

17وَالْمَلَكُ عَلَىٰ أَرْجَائِهَا ۚ وَيَحْمِلُ عَرْشَ رَبِّكَ فَوْقَهُمْ يَوْمَئِذٍ ثَمَانِيَةٌ
Maleeykonnis daangawwan ishee irratti tauArshii Gooftaa keetiis guyyaa san (maleeykota) saddeettu gubbaa isaaniitti baadhatu
18يَوْمَئِذٍ تُعْرَضُونَ لَا تَخْفَىٰ مِنكُمْ خَافِيَةٌ
Guyyaa san (murtiidhaaf) ni dhiyeeffamtuu, (iccitiin) dhokattuun isin irraa taate hin dhokattu
19فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ فَيَقُولُ هَاؤُمُ اقْرَءُوا كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa
20إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَاقٍ حِسَابِيَهْ
Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”
21فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ
Innis jireenya jaalatamtuu keessa taa
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 19

Suuratu Al-Haqqah Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba…

Suuratu Aayah 19/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers