Al-Haqqah · 20/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَاقٍ حِسَابِيَهْ ۝٢٠
Innee zannantu annee mulaaqin hisaabiyah
📖 Afaan Oromoon
Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Haqqah

18يَوْمَئِذٍ تُعْرَضُونَ لَا تَخْفَىٰ مِنكُمْ خَافِيَةٌ
Guyyaa san (murtiidhaaf) ni dhiyeeffamtuu, (iccitiin) dhokattuun isin irraa taate hin dhokattu
19فَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِيَمِينِهِ فَيَقُولُ هَاؤُمُ اقْرَءُوا كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa mirga isaatiin kenname ni jedha: “hoodhaa kitaaba kiyya dubbisaa
20إِنِّي ظَنَنتُ أَنِّي مُلَاقٍ حِسَابِيَهْ
Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”
21فَهُوَ فِي عِيشَةٍ رَّاضِيَةٍ
Innis jireenya jaalatamtuu keessa taa
22فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ
Jannata ol fuudhamtuu keessa (taa)
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 20

Suuratu Al-Haqqah Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ani qormaata koo qunnamuu dhugoomseen ture.”

Suuratu Aayah 20/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers