Al-A'raf · 70/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
قَالُوا أَجِئْتَنَا لِنَعْبُدَ اللَّهَ وَحْدَهُ وَنَذَرَ مَا كَانَ يَعْبُدُ آبَاؤُنَا ۖ فَأْتِنَا بِمَا تَعِدُنَا إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ ۝٧٠
Qaalooo aji`tanaa lina`budal laaha wahdahoo wa nazara maa kaana ya`budu aabaaa`u naa faatinaa bimaa ta`idunaaa in kunta minas saadiqeen
📖 Afaan Oromoon
Akka nuti Rabbiin tokkicha Isaa gabbarruufi wantoota abbootiin keenya gabbaraa turan dhiifnuuf nutti dhuftee? Yoo warra dhugaa dubbatu irraa taateef waan ittiin nu sodaachiftu san nutti fidi" jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 68-72 — Suuratu Al-A'raf

68أُبَلِّغُكُمْ رِسَالَاتِ رَبِّي وَأَنَا لَكُمْ نَاصِحٌ أَمِينٌ
Ergaalee Gooftaa kiyyaan isin dhaqqabsiisaAnis isiniif tola yaadaa, amanamaadha
69أَوَعَجِبْتُمْ أَن جَاءَكُمْ ذِكْرٌ مِّن رَّبِّكُمْ عَلَىٰ رَجُلٍ مِّنكُمْ لِيُنذِرَكُمْ ۚ وَاذْكُرُوا إِذْ جَعَلَكُمْ خُلَفَاءَ مِن بَعْدِ قَوْمِ نُوحٍ وَزَادَكُمْ فِي الْخَلْقِ بَسْطَةً ۖ فَاذْكُرُوا آلَاءَ اللَّهِ لَعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ
Akka isin akeekkachiisuuf jecha gorsi Rabbii keessan irraa nama isin irraa tae irratti (buee) isinitti dhufuu dinqisiifattanii? Yeroo Inni ummata Nuuh booda bakka bu’oota isin taasiseefi uumama keessattis balina isiniif dabale yaadadhaaAkka milkooftaniif jecha ni’imaa Rabbii yaadadhaa
70قَالُوا أَجِئْتَنَا لِنَعْبُدَ اللَّهَ وَحْدَهُ وَنَذَرَ مَا كَانَ يَعْبُدُ آبَاؤُنَا ۖ فَأْتِنَا بِمَا تَعِدُنَا إِن كُنتَ مِنَ الصَّادِقِينَ
Akka nuti Rabbiin tokkicha Isaa gabbarruufi wantoota abbootiin keenya gabbaraa turan dhiifnuuf nutti dhuftee? Yoo warra dhugaa dubbatu irraa taateef waan ittiin nu sodaachiftu san nutti fidi" jedhan
71قَالَ قَدْ وَقَعَ عَلَيْكُم مِّن رَّبِّكُمْ رِجْسٌ وَغَضَبٌ ۖ أَتُجَادِلُونَنِي فِي أَسْمَاءٍ سَمَّيْتُمُوهَا أَنتُمْ وَآبَاؤُكُم مَّا نَزَّلَ اللَّهُ بِهَا مِن سُلْطَانٍ ۚ فَانتَظِرُوا إِنِّي مَعَكُم مِّنَ الْمُنتَظِرِينَ
Dhugumatti, adabniifi dallansuun Gooftaa keessan irraa isin irratti bu’eeraSila isin maqaalee isiniifi abbootiin keessan ishee moggaaftan kan Rabbiin isheedhaan ragaa hin buusin keessatti na mormituu? Eegaa; ani isin wajjin warra eegan irraayii" jedhe
72فَأَنجَيْنَاهُ وَالَّذِينَ مَعَهُ بِرَحْمَةٍ مِّنَّا وَقَطَعْنَا دَابِرَ الَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِنَا ۖ وَمَا كَانُوا مُؤْمِنِينَ
Isaafi warra isa waliin turan rahmata nurraa ta’een nagaa baafneWarra keeyyattoota keenya kijibsiisaniifi isaan mu’uminootas hin ta’in hundee isaanii buqqifne
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
70Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 70

Suuratu Al-A'raf Aayah 70 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka nuti Rabbiin tokkicha Isaa gabbarruufi wantoota abbootiin keenya gabbaraa…

Suuratu Aayah 70/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 68–72. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers