Al-Jinn · 7/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Jinn
وَأَنَّهُمْ ظَنُّوا كَمَا ظَنَنتُمْ أَن لَّن يَبْعَثَ اللَّهُ أَحَدًا ۝٧
Wa annahum zannoo kamaa zanantum al lany yab`asal laahu ahadaa
📖 Afaan Oromoon
Akkuma isin yaaddan isaanis Rabbiin nama tokkollee (erga duee) hin kaasu jechuu yaadaa turan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 5-9 — Al-Jinn

5وَأَنَّا ظَنَنَّا أَن لَّن تَقُولَ الْإِنسُ وَالْجِنُّ عَلَى اللَّهِ كَذِبًا
Nuti immoo namoonniifi jinnoonni Rabbi irratti soba hin dubbatanu jechuu yaanne
6وَأَنَّهُ كَانَ رِجَالٌ مِّنَ الْإِنسِ يَعُوذُونَ بِرِجَالٍ مِّنَ الْجِنِّ فَزَادُوهُمْ رَهَقًا
Ammas dhiironni nama irraa taan dhiirota jinnii irraa taanitti maganfatanii boona qofa isaaniif (jinnootaaf) dabalaa turan
7وَأَنَّهُمْ ظَنُّوا كَمَا ظَنَنتُمْ أَن لَّن يَبْعَثَ اللَّهُ أَحَدًا
Akkuma isin yaaddan isaanis Rabbiin nama tokkollee (erga duee) hin kaasu jechuu yaadaa turan
8وَأَنَّا لَمَسْنَا السَّمَاءَ فَوَجَدْنَاهَا مُلِئَتْ حَرَسًا شَدِيدًا وَشُهُبًا
Nutis samiitti gauu (feeneti) kan isheen eegdota jajjaboofi qaanqeen (urjii furguuggamtuu) guutamte ishee argine
9وَأَنَّا كُنَّا نَقْعُدُ مِنْهَا مَقَاعِدَ لِلسَّمْعِ ۖ فَمَن يَسْتَمِعِ الْآنَ يَجِدْ لَهُ شِهَابًا رَّصَدًا
Nuti ishee irraa teessuma (haasaa) dhageeffachuuf teenyu qabna turreNamni amma dhageeffate immoo qaanqee (urjii) isa eeggatu isaaf arga
Al-JinnTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Al-Jinn 7

Suuratu Al-Jinn Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akkuma isin yaaddan isaanis Rabbiin nama tokkollee (erga duee) hin…

Suuratu Aayah 7/28 — Al-Jinn الجن (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Jinn Caqasi, Al-Jinn Hiikkaa, Al-Jinn mp3, Al-Jinn pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers