Al-Qiyamah · 15/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qiyamah
وَلَوْ أَلْقَىٰ مَعَاذِيرَهُ ۝١٥
Wa law alqaa ma`aazeerah
📖 Afaan Oromoon
Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Qiyamah

13يُنَبَّأُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ
Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
14بَلِ الْإِنسَانُ عَلَىٰ نَفْسِهِ بَصِيرَةٌ
Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
15وَلَوْ أَلْقَىٰ مَعَاذِيرَهُ
Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
16لَا تُحَرِّكْ بِهِ لِسَانَكَ لِتَعْجَلَ بِهِ
Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
17إِنَّ عَلَيْنَا جَمْعَهُ وَقُرْآنَهُ
Dhugumatti, isa (onnee kee keessatti) walitti qabuufi isa dubbisuun kee nurra jira
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 15

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu

Suuratu Aayah 15/40 — Suuratu Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qiyamah Caqasi, Suuratu Al-Qiyamah Hiikkaa, Suuratu Al-Qiyamah mp3, Suuratu Al-Qiyamah pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers