Al-Qiyamah · 14/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qiyamah
بَلِ الْإِنسَانُ عَلَىٰ نَفْسِهِ بَصِيرَةٌ ۝١٤
Balil insaanu `alaa nafsihee baseerah
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 12-16 — Al-Qiyamah

12إِلَىٰ رَبِّكَ يَوْمَئِذٍ الْمُسْتَقَرُّ
Guyyaa san bakki qubannaa gara Gooftaa keetiiti
13يُنَبَّأُ الْإِنسَانُ يَوْمَئِذٍ بِمَا قَدَّمَ وَأَخَّرَ
Namni guyyaa san wanti inni hojjateefi dhiise itti himama
14بَلِ الْإِنسَانُ عَلَىٰ نَفْسِهِ بَصِيرَةٌ
Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
15وَلَوْ أَلْقَىٰ مَعَاذِيرَهُ
Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
16لَا تُحَرِّكْ بِهِ لِسَانَكَ لِتَعْجَلَ بِهِ
Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 14

Suuratu Al-Qiyamah Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, namni of irratti ragaadha

Suuratu Aayah 14/40 — Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qiyamah Caqasi, Al-Qiyamah Hiikkaa, Al-Qiyamah mp3, Al-Qiyamah pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers