Al-Qiyamah · 16/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qiyamah
لَا تُحَرِّكْ بِهِ لِسَانَكَ لِتَعْجَلَ بِهِ ۝١٦
Laa tuharrik bihee lisaa naka lita`jala bih
📖 Afaan Oromoon
Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
🎧 Caqasi

📜 Aayah 14-18 — Al-Qiyamah

14بَلِ الْإِنسَانُ عَلَىٰ نَفْسِهِ بَصِيرَةٌ
Dhugumatti, namni of irratti ragaadha
15وَلَوْ أَلْقَىٰ مَعَاذِيرَهُ
Odoma rakkoo adda addaa dhiyeeffateeyyuu
16لَا تُحَرِّكْ بِهِ لِسَانَكَ لِتَعْجَلَ بِهِ
Isa (qabachuu)tti ariifachuuf jecha arraba kee isaan hin sochoosin
17إِنَّ عَلَيْنَا جَمْعَهُ وَقُرْآنَهُ
Dhugumatti, isa (onnee kee keessatti) walitti qabuufi isa dubbisuun kee nurra jira
18فَإِذَا قَرَأْنَاهُ فَاتَّبِعْ قُرْآنَهُ
Yeroo Nuti isa qaraane qiraatii isaa hordofi
Al-QiyamahTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Qiyamah 16

Suuratu Aayah 16/40 — Al-Qiyamah القيامة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qiyamah Caqasi, Al-Qiyamah Hiikkaa, Al-Qiyamah mp3, Al-Qiyamah pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers