An-Naba · 18/40
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naba
يَوْمَ يُنفَخُ فِي الصُّورِ فَتَأْتُونَ أَفْوَاجًا ۝١٨
Yauma yun fakhu fis-soori fataa toona afwaaja
📖 Afaan Oromoon
[Guyyaan sun] guyyaa Garriin (xurumbaan) afuufamee isinis garee gareen dhuftanuudha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 16-20 — An-Naba

16وَجَنَّاتٍ أَلْفَافًا
Ashaakiltii damee wal keessa seensifattes
17إِنَّ يَوْمَ الْفَصْلِ كَانَ مِيقَاتًا
Dhugumatti, guyyaan fooyamaa yeroo beellamamaa tae
18يَوْمَ يُنفَخُ فِي الصُّورِ فَتَأْتُونَ أَفْوَاجًا
[Guyyaan sun] guyyaa Garriin (xurumbaan) afuufamee isinis garee gareen dhuftanuudha
19وَفُتِحَتِ السَّمَاءُ فَكَانَتْ أَبْوَابًا
[Guyyaa] samiinillee banamtee hulaalee taatuudha
20وَسُيِّرَتِ الْجِبَالُ فَكَانَتْ سَرَابًا
Gaarreenis deemsifamtee siribii (siribduu) taate
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — An-Naba 18

Suuratu An-Naba Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Guyyaan sun] guyyaa Garriin (xurumbaan) afuufamee isinis garee gareen dhuftanuudha

Suuratu Aayah 18/40 — An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naba Caqasi, An-Naba Hiikkaa, An-Naba mp3, An-Naba pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers