Al-Anfal · 27/75
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anfal
يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَخُونُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ وَتَخُونُوا أَمَانَاتِكُمْ وَأَنتُمْ تَعْلَمُونَ ۝٢٧
Yaaa aiyuhal lazeena aamanoo laa takhoonal laaha war Rasoola wa takhoonooo amaanaatikum wa antum ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Yaa warra amantan! Rabbiifi ergamaa Isaa hin ganinaaOdoo beektanii amaanaa keessanis hin ganinaa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Al-Anfal

25وَاتَّقُوا فِتْنَةً لَّا تُصِيبَنَّ الَّذِينَ ظَلَمُوا مِنكُمْ خَاصَّةً ۖ وَاعْلَمُوا أَنَّ اللَّهَ شَدِيدُ الْعِقَابِ
Rakkoo (Fitnaa) isin irraa warra miidhaa hojjatan qofa kophaatti hin mudannes sodaadhaaDhugumatti, Rabbiin adabbiin isaa cimaa akka ta’es beekaa
26وَاذْكُرُوا إِذْ أَنتُمْ قَلِيلٌ مُّسْتَضْعَفُونَ فِي الْأَرْضِ تَخَافُونَ أَن يَتَخَطَّفَكُمُ النَّاسُ فَآوَاكُمْ وَأَيَّدَكُم بِنَصْرِهِ وَرَزَقَكُم مِّنَ الطَّيِّبَاتِ لَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Yeroo isin muraasa, dachii keessattis hacuucamoo, namoonnis (saamichaafi ajjeechaan) isin bubbutuu sodaachaa, (Rabbiin) isin qubsiisee, tumsa Isaatiinis isin gargaaree, akka isin galateeffattaniif wantoota gaggaarii irraas isin soore yaadadhaa
27يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا لَا تَخُونُوا اللَّهَ وَالرَّسُولَ وَتَخُونُوا أَمَانَاتِكُمْ وَأَنتُمْ تَعْلَمُونَ
Yaa warra amantan! Rabbiifi ergamaa Isaa hin ganinaaOdoo beektanii amaanaa keessanis hin ganinaa
28وَاعْلَمُوا أَنَّمَا أَمْوَالُكُمْ وَأَوْلَادُكُمْ فِتْنَةٌ وَأَنَّ اللَّهَ عِندَهُ أَجْرٌ عَظِيمٌ
Dhugumatti, qabeenyi keessaniifi ilmaan keessanis mokkoroo (fitnaa) akka ta’an beekaaDhugumatti Rabbiin mindaan guddaan Isa bira jira
29يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا إِن تَتَّقُوا اللَّهَ يَجْعَل لَّكُمْ فُرْقَانًا وَيُكَفِّرْ عَنكُمْ سَيِّئَاتِكُمْ وَيَغْفِرْ لَكُمْ ۗ وَاللَّهُ ذُو الْفَضْلِ الْعَظِيمِ
Yaa warra amantan! Yoo Rabbiin sodaattaniif, addaan baasaa (dhugaafi dharaa) isiniif godhaBadii keessanis isin irraa harcaasaIsiniif araaramasRabbiin abbaa tola guddaati
Al-AnfalTarreeffama Qur'ana
75Aayah
MedinanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Anfal 27

Suuratu Al-Anfal Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa warra amantan! Rabbiifi ergamaa Isaa hin ganinaaOdoo beektanii amaanaa…

Suuratu Aayah 27/75 — Suuratu Al-Anfal الأنفال (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anfal Caqasi, Suuratu Al-Anfal Hiikkaa, Suuratu Al-Anfal mp3, Suuratu Al-Anfal pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers