Al-Fajr · 17/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
كَلَّا ۖ بَل لَّا تُكْرِمُونَ الْيَتِيمَ ۝١٧
Kalla bal laa tukrimooo nal yateem
📖 Afaan Oromoon
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu Al-Fajr

15فَأَمَّا الْإِنسَانُ إِذَا مَا ابْتَلَاهُ رَبُّهُ فَأَكْرَمَهُ وَنَعَّمَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَكْرَمَنِ
Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha
16وَأَمَّا إِذَا مَا ابْتَلَاهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَهَانَنِ
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha
17كَلَّا ۖ بَل لَّا تُكْرِمُونَ الْيَتِيمَ
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan
18وَلَا تَحَاضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan
19وَتَأْكُلُونَ التُّرَاثَ أَكْلًا لَّمًّا
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 17

Suuratu Al-Fajr Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan

Suuratu Aayah 17/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers