Ash-Shams · 3/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
وَالنَّهَارِ إِذَا جَلَّاهَا ۝٣
Wannahaari izaa jallaa haa
📖 Afaan Oromoon
Guyyaanis yeroo inni ishee (aduu) mul’ise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Ash-Shams

1وَالشَّمْسِ وَضُحَاهَا
Aduufi ifa isheetiinin (kakadha)
2وَالْقَمَرِ إِذَا تَلَاهَا
Ji’aanis; yeroo inni ishee hordofe
3وَالنَّهَارِ إِذَا جَلَّاهَا
Guyyaanis yeroo inni ishee (aduu) mul’ise
4وَاللَّيْلِ إِذَا يَغْشَاهَا
Halkaniinis yeroo inni ishee haguuge
5وَالسَّمَاءِ وَمَا بَنَاهَا
Samiifi kan ishee ijaareenis
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 3

Suuratu Ash-Shams Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaanis yeroo inni ishee (aduu) mul’ise

Suuratu Aayah 3/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 21, 2026

Don't forget us in your sincere prayers