Yunus · 46/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
وَإِمَّا نُرِيَنَّكَ بَعْضَ الَّذِي نَعِدُهُمْ أَوْ نَتَوَفَّيَنَّكَ فَإِلَيْنَا مَرْجِعُهُمْ ثُمَّ اللَّهُ شَهِيدٌ عَلَىٰ مَا يَفْعَلُونَ ۝٤٦
Wa imma nuriyannaka ba`dal lazee na`iduhum aw natawaffayannaka fa ilainaa marji`uhum summal laahu shaheedun `alaa maa yaf`aloon
📖 Afaan Oromoon
Garii waan waadaa isaaniif gallee yoo sitti argisiifne (toleera); yookiin yoo si ajjeefnes deebiin isaanii garuma keenya ta’aErgasii Rabbiin waan isaan dalagan irratti ragaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 44-48 — Yunus

44إِنَّ اللَّهَ لَا يَظْلِمُ النَّاسَ شَيْئًا وَلَٰكِنَّ النَّاسَ أَنفُسَهُمْ يَظْلِمُونَ
Dhugumatti, Rabbiin namoota homaa hin miidhuGaruu namoonni ofiif of miidhu
45وَيَوْمَ يَحْشُرُهُمْ كَأَن لَّمْ يَلْبَثُوا إِلَّا سَاعَةً مِّنَ النَّهَارِ يَتَعَارَفُونَ بَيْنَهُمْ ۚ قَدْ خَسِرَ الَّذِينَ كَذَّبُوا بِلِقَاءِ اللَّهِ وَمَا كَانُوا مُهْتَدِينَ
Haala akka waan yeroo guyyaa irraa taate tokko malee hin turin itti fakkaatuun, odoo gidduu isaaniitti wal beekanuu guyyaa (Rabbiin) walitti isaan qabu [yaadadhu]Dhugumatti, warri qunnamtii Rabbii sobsiisan hoonga’aniiru; qajeeloos hin taane
46وَإِمَّا نُرِيَنَّكَ بَعْضَ الَّذِي نَعِدُهُمْ أَوْ نَتَوَفَّيَنَّكَ فَإِلَيْنَا مَرْجِعُهُمْ ثُمَّ اللَّهُ شَهِيدٌ عَلَىٰ مَا يَفْعَلُونَ
Garii waan waadaa isaaniif gallee yoo sitti argisiifne (toleera); yookiin yoo si ajjeefnes deebiin isaanii garuma keenya ta’aErgasii Rabbiin waan isaan dalagan irratti ragaadha
47وَلِكُلِّ أُمَّةٍ رَّسُولٌ ۖ فَإِذَا جَاءَ رَسُولُهُمْ قُضِيَ بَيْنَهُم بِالْقِسْطِ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
Ummata hundaafis ergamaan (ergamee) jiraYeroo ergamaan isaanii dhufe odoo hin miidhamne jidduu isaaniitti haqaan murteeffama
48وَيَقُولُونَ مَتَىٰ هَٰذَا الْوَعْدُ إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
“Yoo kan dhugaa dubbattan taataniif waadaan kun yoom ta’a?” jedhu
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Yunus 46

Suuratu Yunus Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garii waan waadaa isaaniif gallee yoo sitti argisiifne (toleera); yookiin…

Suuratu Aayah 46/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers