Yunus · 66/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
أَلَا إِنَّ لِلَّهِ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَمَن فِي الْأَرْضِ ۗ وَمَا يَتَّبِعُ الَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ شُرَكَاءَ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَإِنْ هُمْ إِلَّا يَخْرُصُونَ ۝٦٦
Alaaa inna lillaahi man fis samaawaati wa man fil ard; wa maa yattabi`ul lazeena yad`oona min doonil laahi shurakaaa`; iny yattabi`oona illaz zannna wa in hum illaa yakhrusoon
📖 Afaan Oromoon
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan RabbiitiIsaan Rabbiin ala wantoota biraa gabbaranis, dhugaatti wantoota Rabbiin ala gabbaran hin hordofanuWanti isaan hordofan mamii qofa; isaan kijiba qofa uumanii odeessu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 64-68 — Yunus

64لَهُمُ الْبُشْرَىٰ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَفِي الْآخِرَةِ ۚ لَا تَبْدِيلَ لِكَلِمَاتِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Isaaniif jireenya addunyaa keessattis ta’ee kan Aakhiraa keessatti gammachuutu jiraJechoota Rabbii jijjiiraan hin jiruSun isumatu milkii guddaadha
65وَلَا يَحْزُنكَ قَوْلُهُمْ ۘ إِنَّ الْعِزَّةَ لِلَّهِ جَمِيعًا ۚ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jechi isaanii si hin gaddisiisinDhugumatti, jabeenyi hunduu kan RabbiitiInni dhaga’aa, beekaadha
66أَلَا إِنَّ لِلَّهِ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَمَن فِي الْأَرْضِ ۗ وَمَا يَتَّبِعُ الَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ شُرَكَاءَ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَإِنْ هُمْ إِلَّا يَخْرُصُونَ
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan RabbiitiIsaan Rabbiin ala wantoota biraa gabbaranis, dhugaatti wantoota Rabbiin ala gabbaran hin hordofanuWanti isaan hordofan mamii qofa; isaan kijiba qofa uumanii odeessu
67هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ اللَّيْلَ لِتَسْكُنُوا فِيهِ وَالنَّهَارَ مُبْصِرًا ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يَسْمَعُونَ
Inni (Rabbiin) Isa halkan akka isa keessa boqattan, guyyaa immoo kan ibsu isiniif taasiseedhaDhugumatti, kana keessa namoota dhagayaniif mallattooleetu jira
68قَالُوا اتَّخَذَ اللَّهُ وَلَدًا ۗ سُبْحَانَهُ ۖ هُوَ الْغَنِيُّ ۖ لَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۚ إِنْ عِندَكُم مِّن سُلْطَانٍ بِهَٰذَا ۚ أَتَقُولُونَ عَلَى اللَّهِ مَا لَا تَعْلَمُونَ
“Rabbiin ilma godhate” jedhuInni (kana) irraa qulqullaa’ee jiraInni durreessaWanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan IsaatiKanatti ragaa homaatuu hin qabdanSila waan hin beekne Rabbi irratti jettuu
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
66Aayah

Hiikkaa — Yunus 66

Suuratu Yunus Aayah 66 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru…

Suuratu Aayah 66/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 64–68. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers