Yunus · 65/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yunus
وَلَا يَحْزُنكَ قَوْلُهُمْ ۘ إِنَّ الْعِزَّةَ لِلَّهِ جَمِيعًا ۚ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ ۝٦٥
Wa laa yahzunka qawluhum; innal `izzata lillaahi jamee`aa; Huwas Samee`ul `Aleem
📖 Afaan Oromoon
Jechi isaanii si hin gaddisiisinDhugumatti, jabeenyi hunduu kan RabbiitiInni dhaga’aa, beekaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 63-67 — Suuratu Yunus

63الَّذِينَ آمَنُوا وَكَانُوا يَتَّقُونَ
Isaan warra amananii, (Rabbiin) sodaachaa turaniidha
64لَهُمُ الْبُشْرَىٰ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَفِي الْآخِرَةِ ۚ لَا تَبْدِيلَ لِكَلِمَاتِ اللَّهِ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Isaaniif jireenya addunyaa keessattis ta’ee kan Aakhiraa keessatti gammachuutu jiraJechoota Rabbii jijjiiraan hin jiruSun isumatu milkii guddaadha
65وَلَا يَحْزُنكَ قَوْلُهُمْ ۘ إِنَّ الْعِزَّةَ لِلَّهِ جَمِيعًا ۚ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Jechi isaanii si hin gaddisiisinDhugumatti, jabeenyi hunduu kan RabbiitiInni dhaga’aa, beekaadha
66أَلَا إِنَّ لِلَّهِ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَمَن فِي الْأَرْضِ ۗ وَمَا يَتَّبِعُ الَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ شُرَكَاءَ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَإِنْ هُمْ إِلَّا يَخْرُصُونَ
Dhagayaa! Dhugumatti, wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru kan RabbiitiIsaan Rabbiin ala wantoota biraa gabbaranis, dhugaatti wantoota Rabbiin ala gabbaran hin hordofanuWanti isaan hordofan mamii qofa; isaan kijiba qofa uumanii odeessu
67هُوَ الَّذِي جَعَلَ لَكُمُ اللَّيْلَ لِتَسْكُنُوا فِيهِ وَالنَّهَارَ مُبْصِرًا ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يَسْمَعُونَ
Inni (Rabbiin) Isa halkan akka isa keessa boqattan, guyyaa immoo kan ibsu isiniif taasiseedhaDhugumatti, kana keessa namoota dhagayaniif mallattooleetu jira
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
65Aayah

Hiikkaa — Yunus 65

Suuratu Yunus Aayah 65 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jechi isaanii si hin gaddisiisinDhugumatti, jabeenyi hunduu kan RabbiitiInni dhaga’aa,…

Suuratu Aayah 65/109 — Suuratu Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yunus Caqasi, Suuratu Yunus Hiikkaa, Suuratu Yunus mp3, Suuratu Yunus pdf. Aayah 63–67. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers