Hud · 123/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Hud
وَلِلَّهِ غَيْبُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَإِلَيْهِ يُرْجَعُ الْأَمْرُ كُلُّهُ فَاعْبُدْهُ وَتَوَكَّلْ عَلَيْهِ ۚ وَمَا رَبُّكَ بِغَافِلٍ عَمَّا تَعْمَلُونَ ۝١٢٣
Wa lillaahi ghaibus samaawaati wal ardi wa ilaihi yurja`ul amru kulluhoo fa`bu-dhu wa tawakkal `alaih; wa maa Rabbuka bighaafilin `ammaa ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Iccitiin samiifi dachii keessaa kanuma RabbiitiDhimmi hundi gara Isaatti deebifamaIsa gabbariIsa irratti hirkadhuGooftaan kee waan isin hojjattan irraa dagataa miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 121-123 — Suuratu Hud

121وَقُل لِّلَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ اعْمَلُوا عَلَىٰ مَكَانَتِكُمْ إِنَّا عَامِلُونَ
Isaan hin amanneenis jedhi: “sadarkaa keessaniin dalagaaNuti dalagoodha
122وَانتَظِرُوا إِنَّا مُنتَظِرُونَ
Isinis eegaa! Nutis eegoodha.”
123وَلِلَّهِ غَيْبُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَإِلَيْهِ يُرْجَعُ الْأَمْرُ كُلُّهُ فَاعْبُدْهُ وَتَوَكَّلْ عَلَيْهِ ۚ وَمَا رَبُّكَ بِغَافِلٍ عَمَّا تَعْمَلُونَ
Iccitiin samiifi dachii keessaa kanuma RabbiitiDhimmi hundi gara Isaatti deebifamaIsa gabbariIsa irratti hirkadhuGooftaan kee waan isin hojjattan irraa dagataa miti
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
123Aayah

Hiikkaa — Hud 123

Suuratu Hud Aayah 123 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Iccitiin samiifi dachii keessaa kanuma RabbiitiDhimmi hundi gara Isaatti deebifamaIsa…

Suuratu Aayah 123/123 — Suuratu Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Hud Caqasi, Suuratu Hud Hiikkaa, Suuratu Hud mp3, Suuratu Hud pdf. Aayah 121–123. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers