Hud · 26/123
Hiikkaa Sagaleeffama — Hud
أَن لَّا تَعْبُدُوا إِلَّا اللَّهَ ۖ إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ أَلِيمٍ ۝٢٦
Al laa ta`budooo illal laaha inneee akhaafu `alaikum `azaaba Yawmin aleem
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin malee (waan biraa) hin gabbarinaa; Dhugumatti, ani adabbii guyyaa laalessaan isin irratti sodaadha.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 24-28 — Hud

24۞ مَثَلُ الْفَرِيقَيْنِ كَالْأَعْمَىٰ وَالْأَصَمِّ وَالْبَصِيرِ وَالسَّمِيعِ ۚ هَلْ يَسْتَوِيَانِ مَثَلًا ۚ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Fakkeenyi gareewwan lamaanii akka jaamaa, duudaafi argaa, dhagayaatiSila fakkeenyatti isaan lamaan wal qixxaa’uu? Sila isin hin gorfamtanii
25وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا نُوحًا إِلَىٰ قَوْمِهِ إِنِّي لَكُمْ نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Dhugumatti, Nuti Nuuhiin gara ummata isaa erginee jirra(Innis ni jedhe): “Ani isiniif akeekkachiisaa ifa bahaadha
26أَن لَّا تَعْبُدُوا إِلَّا اللَّهَ ۖ إِنِّي أَخَافُ عَلَيْكُمْ عَذَابَ يَوْمٍ أَلِيمٍ
Rabbiin malee (waan biraa) hin gabbarinaa; Dhugumatti, ani adabbii guyyaa laalessaan isin irratti sodaadha.”
27فَقَالَ الْمَلَأُ الَّذِينَ كَفَرُوا مِن قَوْمِهِ مَا نَرَاكَ إِلَّا بَشَرًا مِّثْلَنَا وَمَا نَرَاكَ اتَّبَعَكَ إِلَّا الَّذِينَ هُمْ أَرَاذِلُنَا بَادِيَ الرَّأْيِ وَمَا نَرَىٰ لَكُمْ عَلَيْنَا مِن فَضْلٍ بَلْ نَظُنُّكُمْ كَاذِبِينَ
Ummata isaa iraa qondaaltonni isaannan kafaranii “nama fakkii keenya taatee malee si hin agarruGadi aantota keenya warra yaada gadhee (yartuu) malee kan si hordofes hin agarreIsiniifis nurratti caalmaya tokkollee hin agarreInumaayyuu sobdoota ta’uu keessan shakkina” jedhan
28قَالَ يَا قَوْمِ أَرَأَيْتُمْ إِن كُنتُ عَلَىٰ بَيِّنَةٍ مِّن رَّبِّي وَآتَانِي رَحْمَةً مِّنْ عِندِهِ فَعُمِّيَتْ عَلَيْكُمْ أَنُلْزِمُكُمُوهَا وَأَنتُمْ لَهَا كَارِهُونَ
Inni ni jedhe: “Yaa ummata kiyya! Mee naaf himaa; yoo ani ragaa ifa bahaa Gooftaa kiyya irraa ta’e irra jiraadhee, Innis rahmata Isa biraa ta’e (nabiyyummaa) naaf kennee, isin jalaa dhokate, sila nuti odoo isin isheedhaaf jibbitoota taatan dirqamaan isin fudhachiifnaa
HudTarreeffama Qur'ana
123Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Hud 26

Suuratu Hud Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin malee (waan biraa) hin gabbarinaa; Dhugumatti, ani adabbii guyyaa…

Suuratu Aayah 26/123 — Hud هود (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Hud Caqasi, Hud Hiikkaa, Hud mp3, Hud pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers