Yusuf · 16/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
وَجَاءُوا أَبَاهُمْ عِشَاءً يَبْكُونَ ١٦
Transliteration
Wa jaaa`ooo abaahum `ishaaa `any yabkoon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Isaanis galgala booyaatiin abbaa isaanii bira dhufan
🎧 Caqasi
📜 Aayah 14-18 — Yusuf
14قَالُوا لَئِنْ أَكَلَهُ الذِّئْبُ وَنَحْنُ عُصْبَةٌ إِنَّا إِذًا لَّخَاسِرُونَ
[Isaan] ni jedhan: “Odoo nuti garee taanee jirruu yoo yeyyiin isa nyaatteef, dhugumatti nuti yeroo san hoongoftoota.”
15فَلَمَّا ذَهَبُوا بِهِ وَأَجْمَعُوا أَن يَجْعَلُوهُ فِي غَيَابَتِ الْجُبِّ ۚ وَأَوْحَيْنَا إِلَيْهِ لَتُنَبِّئَنَّهُم بِأَمْرِهِمْ هَٰذَا وَهُمْ لَا يَشْعُرُونَ
Yeroma deemanii boolla gadi fageenya qabu keessatti isa gatuuf walii galan (isa darban)Nutis “dhugumatti, ati dhimma isaanii kana odoo isaan (si) hin beekin isaanitti himta” jechuun gara isaatti beeksifne
16وَجَاءُوا أَبَاهُمْ عِشَاءً يَبْكُونَ
Isaanis galgala booyaatiin abbaa isaanii bira dhufan
17قَالُوا يَا أَبَانَا إِنَّا ذَهَبْنَا نَسْتَبِقُ وَتَرَكْنَا يُوسُفَ عِندَ مَتَاعِنَا فَأَكَلَهُ الذِّئْبُ ۖ وَمَا أَنتَ بِمُؤْمِنٍ لَّنَا وَلَوْ كُنَّا صَادِقِينَ
“Yaa abbaa keenya! Nuti wal dorgomuuf Yuusufiin meeshaa keenya biratti dhiifnee deemneYomasan yeyyiin isa nyaateOdoma nuti warra dhugaa dubbatan taaneeyyuu ati nuuf kan amantuu miti” jedhan
18وَجَاءُوا عَلَىٰ قَمِيصِهِ بِدَمٍ كَذِبٍ ۚ قَالَ بَلْ سَوَّلَتْ لَكُمْ أَنفُسُكُمْ أَمْرًا ۖ فَصَبْرٌ جَمِيلٌ ۖ وَاللَّهُ الْمُسْتَعَانُ عَلَىٰ مَا تَصِفُونَ
Qamisa isaa irrattis dhiiga sobaatiin dhufan(Yaaquub) ni jedhe: “Lakkisaa; Lubbuu keessantu dubbii (sobaa) isiniif miidhagsiteObsi kiyya obsa gaariidhaWaan isin jettan kana irrattis gargaarsifatamaan Rabbi qofa.”
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
16Aayah
Hiikkaa — Yusuf 16
Suuratu Yusuf Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanis galgala booyaatiin abbaa isaanii bira dhufanSuuratu Aayah 16/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








