Yusuf · 85/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
قَالُوا تَاللَّهِ تَفْتَأُ تَذْكُرُ يُوسُفَ حَتَّىٰ تَكُونَ حَرَضًا أَوْ تَكُونَ مِنَ الْهَالِكِينَ ۝٨٥
Qaaloo tallaahi tafta`u tazkuru Yoosufa hattaa takoona haradan aw takoona minal haalikeen
📖 Afaan Oromoon
“Rabbitti kakannee! ati hanga manguddoo dadhabaa taatutti yookiin warra du’an irraa taatutti Yuusufiin dubbachuu irraa hin deemtu!” jedhan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 83-87 — Yusuf

83قَالَ بَلْ سَوَّلَتْ لَكُمْ أَنفُسُكُمْ أَمْرًا ۖ فَصَبْرٌ جَمِيلٌ ۖ عَسَى اللَّهُ أَن يَأْتِيَنِي بِهِمْ جَمِيعًا ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَلِيمُ الْحَكِيمُ
(Ya’aquub) ni jedhe: “Lakkisaa; lubbuu keessantu waan tokko isiniif midhaagsite; (Obsi koo) obsa bareedaadhaRabbiin hunda isaanii naaf deebisuun ni kajeelamaDhugumatti, Inni Isumatu beekaa, ogeessa.”
84وَتَوَلَّىٰ عَنْهُمْ وَقَالَ يَا أَسَفَىٰ عَلَىٰ يُوسُفَ وَابْيَضَّتْ عَيْنَاهُ مِنَ الْحُزْنِ فَهُوَ كَظِيمٌ
Isaan irraas gargalee “Yaa gadda kiyya! Yuusuf irratti” jedheYaaddoo irraa ijji isaa lamaanis addaatte; inni yaadaan guutamaadha
85قَالُوا تَاللَّهِ تَفْتَأُ تَذْكُرُ يُوسُفَ حَتَّىٰ تَكُونَ حَرَضًا أَوْ تَكُونَ مِنَ الْهَالِكِينَ
“Rabbitti kakannee! ati hanga manguddoo dadhabaa taatutti yookiin warra du’an irraa taatutti Yuusufiin dubbachuu irraa hin deemtu!” jedhan
86قَالَ إِنَّمَا أَشْكُو بَثِّي وَحُزْنِي إِلَى اللَّهِ وَأَعْلَمُ مِنَ اللَّهِ مَا لَا تَعْلَمُونَ
(Ya’aquub) ni jedhe: “Ani yaaddoofi gadda kiyyas Rabbuma qofattin himadhaRabbi irraa waan isin hin beeknen beeka
87يَا بَنِيَّ اذْهَبُوا فَتَحَسَّسُوا مِن يُوسُفَ وَأَخِيهِ وَلَا تَيْأَسُوا مِن رَّوْحِ اللَّهِ ۖ إِنَّهُ لَا يَيْأَسُ مِن رَّوْحِ اللَّهِ إِلَّا الْقَوْمُ الْكَافِرُونَ
Yaa ilmaan kiyya! deemaa Yuusufiifi obboleessa isaa irraa odeeffadhaaRahmata Rabbii irraas abdii hin muratinaaDhugumatti, ummata kaafiroota malee rahmata Rabbii irraa eenyullee abdii hin kutu.”
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
85Aayah

Hiikkaa — Yusuf 85

Suuratu Yusuf Aayah 85 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Rabbitti kakannee! ati hanga manguddoo dadhabaa taatutti yookiin warra du’an…

Suuratu Aayah 85/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 83–87. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers