Al-Hijr · 11/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَمَا يَأْتِيهِم مِّن رَّسُولٍ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ ۝١١
Wa maa yaateehim mir Rasoolin illaa kaanoo bihee yastahzi`oon
📖 Afaan Oromoon
Ergamaan tokkos isatti kan qishinan ta’anii malee isaanitti hin dhufne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Hijr

9إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا الذِّكْرَ وَإِنَّا لَهُ لَحَافِظُونَ
Dhugumatti, Nuti Zikrii Numatu buuseNumatu isaaf tiksoodha
10وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ فِي شِيَعِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, Nuti siin duratti ummattoota duraanii keessatti (ergamtoota) erginee jirra
11وَمَا يَأْتِيهِم مِّن رَّسُولٍ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Ergamaan tokkos isatti kan qishinan ta’anii malee isaanitti hin dhufne
12كَذَٰلِكَ نَسْلُكُهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti onnee yakkamtootaa keessa isa (sobsiisuu) seensifna
13لَا يُؤْمِنُونَ بِهِ ۖ وَقَدْ خَلَتْ سُنَّةُ الْأَوَّلِينَ
Isatti hin amananuDhugumatti, gochi (adabbiin) warra duraanii dabartee jirti (wanti isaan tuqe isaan kanas ni tuqa)
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 11

Suuratu Al-Hijr Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergamaan tokkos isatti kan qishinan ta’anii malee isaanitti hin dhufne

Suuratu Aayah 11/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers