Al-Hijr · 10/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ فِي شِيَعِ الْأَوَّلِينَ ۝١٠
Wa laqad arsalnaa min qablika fee shiya`il awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Nuti siin duratti ummattoota duraanii keessatti (ergamtoota) erginee jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Hijr

8مَا نُنَزِّلُ الْمَلَائِكَةَ إِلَّا بِالْحَقِّ وَمَا كَانُوا إِذًا مُّنظَرِينَ
Nuti maleeykota dhugaan (adabaan) malee hin buufnuYoosan yeroon isaaniif kan kennamu hin taane
9إِنَّا نَحْنُ نَزَّلْنَا الذِّكْرَ وَإِنَّا لَهُ لَحَافِظُونَ
Dhugumatti, Nuti Zikrii Numatu buuseNumatu isaaf tiksoodha
10وَلَقَدْ أَرْسَلْنَا مِن قَبْلِكَ فِي شِيَعِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, Nuti siin duratti ummattoota duraanii keessatti (ergamtoota) erginee jirra
11وَمَا يَأْتِيهِم مِّن رَّسُولٍ إِلَّا كَانُوا بِهِ يَسْتَهْزِئُونَ
Ergamaan tokkos isatti kan qishinan ta’anii malee isaanitti hin dhufne
12كَذَٰلِكَ نَسْلُكُهُ فِي قُلُوبِ الْمُجْرِمِينَ
Akka kanatti onnee yakkamtootaa keessa isa (sobsiisuu) seensifna
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 10

Suuratu Al-Hijr Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Nuti siin duratti ummattoota duraanii keessatti (ergamtoota) erginee jirra

Suuratu Aayah 10/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers