Al-Hijr · 74/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
فَجَعَلْنَا عَالِيَهَا سَافِلَهَا وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن سِجِّيلٍ ۝٧٤
Faja`alnaa `aaliyahaa saafilahaa wa amtamaa `alaihim hijaaratam min sjijjeel
📖 Afaan Oromoon
Gubbaa ishee jala ishee taasifnee, dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa ta’e isaanitti roobsine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 72-76 — Suuratu Al-Hijr

72لَعَمْرُكَ إِنَّهُمْ لَفِي سَكْرَتِهِمْ يَعْمَهُونَ
(Yaa Muhammad!) Jireenya keetti kakadhee! Dhugumatti, isaan machii isaanii kessa dhama’u
73فَأَخَذَتْهُمُ الصَّيْحَةُ مُشْرِقِينَ
Biiftuun isaanitti kan baatu ta’anii iyyattiin isaan qabatte
74فَجَعَلْنَا عَالِيَهَا سَافِلَهَا وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن سِجِّيلٍ
Gubbaa ishee jala ishee taasifnee, dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa ta’e isaanitti roobsine
75إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّلْمُتَوَسِّمِينَ
Dhugumatti, kana keessa xiinxaltootaaf mallattooleetu jira
76وَإِنَّهَا لَبِسَبِيلٍ مُّقِيمٍ
Dhugumatti, isheen (magaalattiin) daandii qajeelaa irra jirti
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
74Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 74

Suuratu Al-Hijr Aayah 74 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gubbaa ishee jala ishee taasifnee, dhagaa xuubii (dhoqqee gubame) irraa…

Suuratu Aayah 74/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 72–76. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers