An-Nahl · 15/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَأَلْقَىٰ فِي الْأَرْضِ رَوَاسِيَ أَن تَمِيدَ بِكُمْ وَأَنْهَارًا وَسُبُلًا لَّعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ ۝١٥
Wa alqaa fil ardi rawaasiya an tameeda bikum wa anhaaranw wa sublulal la `allakum tahtadoon
📖 Afaan Oromoon
Gaarreenis akka isiniin hin sochooneef dachii keessatti godheLaggeeniifi karaalees akka qajeeltaniif (godhe)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 13-17 — An-Nahl

13وَمَا ذَرَأَ لَكُمْ فِي الْأَرْضِ مُخْتَلِفًا أَلْوَانُهُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَذَّكَّرُونَ
Bifti isaanii adda adda ta’ee wantoota dachii keessatti isiniif uumes (isiniif laaffise)Dhugumatti, kana keessa namoota gorfamaniif mallattootu jira
14وَهُوَ الَّذِي سَخَّرَ الْبَحْرَ لِتَأْكُلُوا مِنْهُ لَحْمًا طَرِيًّا وَتَسْتَخْرِجُوا مِنْهُ حِلْيَةً تَلْبَسُونَهَا وَتَرَى الْفُلْكَ مَوَاخِرَ فِيهِ وَلِتَبْتَغُوا مِن فَضْلِهِ وَلَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Inni Isa akka isa irraa foon haarawa nyaattaniifi faaya ishee uffattanis isa irraa baafattaniif jecha galaana isiniif laaffiseedhaDooniwwanis isa (galaana) keessa baqaqsituu taatee (kan deemtu) argitaAkka tola isaa irraa barbaaddaniifi akka galateeffattaniif jecha (kana godhe)
15وَأَلْقَىٰ فِي الْأَرْضِ رَوَاسِيَ أَن تَمِيدَ بِكُمْ وَأَنْهَارًا وَسُبُلًا لَّعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ
Gaarreenis akka isiniin hin sochooneef dachii keessatti godheLaggeeniifi karaalees akka qajeeltaniif (godhe)
16وَعَلَامَاتٍ ۚ وَبِالنَّجْمِ هُمْ يَهْتَدُونَ
Mallattoolees (isiniif godhe)Urjiidhaanis isaan (karaa) qajeelu
17أَفَمَن يَخْلُقُ كَمَن لَّا يَخْلُقُ ۗ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin uumneetii? Sila isin hin gorfamtanuu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 15

Suuratu An-Nahl Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gaarreenis akka isiniin hin sochooneef dachii keessatti godheLaggeeniifi karaalees akka…

Suuratu Aayah 15/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers