An-Nahl · 18/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ ۝١٨
Wa in ta`uddoo ni`matal laahi laa tuhsoohaa; innal laaha la Ghafoorur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Tola Rabbii yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessanuDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu An-Nahl

16وَعَلَامَاتٍ ۚ وَبِالنَّجْمِ هُمْ يَهْتَدُونَ
Mallattoolees (isiniif godhe)Urjiidhaanis isaan (karaa) qajeelu
17أَفَمَن يَخْلُقُ كَمَن لَّا يَخْلُقُ ۗ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin uumneetii? Sila isin hin gorfamtanuu
18وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Tola Rabbii yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessanuDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
19وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَ
Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka
20وَالَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَا يَخْلُقُونَ شَيْئًا وَهُمْ يُخْلَقُونَ
Warri isaan Rabbii gaditti gabbaranu homaa hin uumanuIsaanumtuu ni uumamu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 18

Suuratu An-Nahl Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola Rabbii yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessanuDhugumatti, Rabbiin araaramaa,…

Suuratu Aayah 18/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers