An-Nahl · 19/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَ ۝١٩
Wallaahu ya`lamu maa tusirroona wa maa tu`linoon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu An-Nahl

17أَفَمَن يَخْلُقُ كَمَن لَّا يَخْلُقُ ۗ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin uumneetii? Sila isin hin gorfamtanuu
18وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Tola Rabbii yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessanuDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
19وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَ
Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka
20وَالَّذِينَ يَدْعُونَ مِن دُونِ اللَّهِ لَا يَخْلُقُونَ شَيْئًا وَهُمْ يُخْلَقُونَ
Warri isaan Rabbii gaditti gabbaranu homaa hin uumanuIsaanumtuu ni uumamu
21أَمْوَاتٌ غَيْرُ أَحْيَاءٍ ۖ وَمَا يَشْعُرُونَ أَيَّانَ يُبْعَثُونَ
(Isaan) du’aawwan fayyaa hin taaneedhaYoom akka kaafamaniis hin beekanu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 19

Suuratu An-Nahl Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka

Suuratu Aayah 19/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers