An-Nahl · 17/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
أَفَمَن يَخْلُقُ كَمَن لَّا يَخْلُقُ ۗ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ ۝١٧
Afamany yakhluqu kamallaa yakhluq; afalaa tazak karoon
📖 Afaan Oromoon
Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin uumneetii? Sila isin hin gorfamtanuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Suuratu An-Nahl

15وَأَلْقَىٰ فِي الْأَرْضِ رَوَاسِيَ أَن تَمِيدَ بِكُمْ وَأَنْهَارًا وَسُبُلًا لَّعَلَّكُمْ تَهْتَدُونَ
Gaarreenis akka isiniin hin sochooneef dachii keessatti godheLaggeeniifi karaalees akka qajeeltaniif (godhe)
16وَعَلَامَاتٍ ۚ وَبِالنَّجْمِ هُمْ يَهْتَدُونَ
Mallattoolees (isiniif godhe)Urjiidhaanis isaan (karaa) qajeelu
17أَفَمَن يَخْلُقُ كَمَن لَّا يَخْلُقُ ۗ أَفَلَا تَذَكَّرُونَ
Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin uumneetii? Sila isin hin gorfamtanuu
18وَإِن تَعُدُّوا نِعْمَةَ اللَّهِ لَا تُحْصُوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
Tola Rabbii yoo lakkooftan waliin gahuu hin dandeessanuDhugumatti, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
19وَاللَّهُ يَعْلَمُ مَا تُسِرُّونَ وَمَا تُعْلِنُونَ
Rabbiin waan isin gadi qabattaniifi waan ol qabattanis ni beeka
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 17

Suuratu An-Nahl Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila Inni (waan hunda) uumu akka isa (waan tokkos) hin…

Suuratu Aayah 17/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers