An-Nahl · 29/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
فَادْخُلُوا أَبْوَابَ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا ۖ فَلَبِئْسَ مَثْوَى الْمُتَكَبِّرِينَ ۝٢٩
Fadkhulooo abwaaba jahannama khaalideena feeha falabi`sa maswal mutakab bireen
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessatti kan haftan ta’aatii balbala Jahannam seenaa.” (isaaniin jedhama)Dhugumatti, teessoon boontotaa waa fokkate
🎧 Caqasi

📜 Aayah 27-31 — An-Nahl

27ثُمَّ يَوْمَ الْقِيَامَةِ يُخْزِيهِمْ وَيَقُولُ أَيْنَ شُرَكَائِيَ الَّذِينَ كُنتُمْ تُشَاقُّونَ فِيهِمْ ۚ قَالَ الَّذِينَ أُوتُوا الْعِلْمَ إِنَّ الْخِزْيَ الْيَوْمَ وَالسُّوءَ عَلَى الْكَافِرِينَ
Sana booda Guyyaa Qiyaamaa isaan salphisa“Hiriyoonni kiyya kan (dhimma) isaanii keessatti (mu’uminoota) faallessaa turtan eessa jiru?” jedhaIsaan beekumsa kennaman “dhugumatti har’a salphinaafi hamtuun kaafiroota irratti ta’eera” jedhu
28الَّذِينَ تَتَوَفَّاهُمُ الْمَلَائِكَةُ ظَالِمِي أَنفُسِهِمْ ۖ فَأَلْقَوُا السَّلَمَ مَا كُنَّا نَعْمَلُ مِن سُوءٍ ۚ بَلَىٰ إِنَّ اللَّهَ عَلِيمٌ بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
(Isaan) warra lubbuu isaanii miidhoo ta’anii maleeykonni isaan ajjeesaniidhaHamtuu tokkollee kan dalagnu hin turre jechuun ajajamoo ta’uu isaanii (sobaan) ibsu“Lakkisaa dhugumatti, Rabbiin waan isin hojjachaa turtan beekaadha
29فَادْخُلُوا أَبْوَابَ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا ۖ فَلَبِئْسَ مَثْوَى الْمُتَكَبِّرِينَ
Ishee keessatti kan haftan ta’aatii balbala Jahannam seenaa.” (isaaniin jedhama)Dhugumatti, teessoon boontotaa waa fokkate
30۞ وَقِيلَ لِلَّذِينَ اتَّقَوْا مَاذَا أَنزَلَ رَبُّكُمْ ۚ قَالُوا خَيْرًا ۗ لِّلَّذِينَ أَحْسَنُوا فِي هَٰذِهِ الدُّنْيَا حَسَنَةٌ ۚ وَلَدَارُ الْآخِرَةِ خَيْرٌ ۚ وَلَنِعْمَ دَارُ الْمُتَّقِينَ
Isaan (Rabbiin) sodaataniin “Gooftaan keessan (Muhammad irratti) maal buuse?” jedhame“Gaarii (buuse)” jedhanWarra toltuu hojjataniif addunyaa kana keessatti (jiruu) gaariitu jiraManni Aakhiraa immoo irra caalaadhaGandi warra (Rabbiin) sodaatanii waa tole
31جَنَّاتُ عَدْنٍ يَدْخُلُونَهَا تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۖ لَهُمْ فِيهَا مَا يَشَاءُونَ ۚ كَذَٰلِكَ يَجْزِي اللَّهُ الْمُتَّقِينَ
(Isheen) Jannata qubsumaa jala ishee laggeen kan yaatu taatee, Ishee keessa wanti isaan fedhan isaaniif ta’uun kan ishee seenaniidhaAkka kanatti Rabbiin sodaattota (Isaa) mindeessa
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 29

Suuratu An-Nahl Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessatti kan haftan ta’aatii balbala Jahannam seenaa.” (isaaniin jedhama)Dhugumatti,…

Suuratu Aayah 29/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers