An-Nahl · 5/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَالْأَنْعَامَ خَلَقَهَا ۗ لَكُمْ فِيهَا دِفْءٌ وَمَنَافِعُ وَمِنْهَا تَأْكُلُونَ ۝٥
Wal an `amaa khalaqahaa; lakum feehaa dif`unw wa manaafi`u wa minhaa taakuloon
📖 Afaan Oromoon
Beyladas isiniif ishee uumeIsaan keessatti isiniif ho’ifannaafi bu’aalee birootu jiraIshee irraas ni nyaattu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu An-Nahl

3خَلَقَ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ بِالْحَقِّ ۚ تَعَالَىٰ عَمَّا يُشْرِكُونَ
Samiifi dachii dhugaadhaan uumeeraInni waan isaan (Isatti) qindeessan irraa ol ta’eera
4خَلَقَ الْإِنسَانَ مِن نُّطْفَةٍ فَإِذَا هُوَ خَصِيمٌ مُّبِينٌ
Bishaan xiqqoo irraa nama uumeYoma san inni (Aakiraa sobsiisuun) mormaa ifa bahaadha
5وَالْأَنْعَامَ خَلَقَهَا ۗ لَكُمْ فِيهَا دِفْءٌ وَمَنَافِعُ وَمِنْهَا تَأْكُلُونَ
Beyladas isiniif ishee uumeIsaan keessatti isiniif ho’ifannaafi bu’aalee birootu jiraIshee irraas ni nyaattu
6وَلَكُمْ فِيهَا جَمَالٌ حِينَ تُرِيحُونَ وَحِينَ تَسْرَحُونَ
Yeroo (gara mooraa) galchitaniifi yeroo bobbaaftan (gadi yaaftan) ishee keessa bareedumatu isiniif jira
7وَتَحْمِلُ أَثْقَالَكُمْ إِلَىٰ بَلَدٍ لَّمْ تَكُونُوا بَالِغِيهِ إِلَّا بِشِقِّ الْأَنفُسِ ۚ إِنَّ رَبَّكُمْ لَرَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Ba’aa keessan ulfaataas gara biyya isin ifaajee (rakkina) lubbuutiin malee isa gahoo hin taaneetti baadhattiDhugumatti, Gooftaan keessan mararfataa, rahmata godhaadha
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 5

Suuratu An-Nahl Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Beyladas isiniif ishee uumeIsaan keessatti isiniif ho’ifannaafi bu’aalee birootu jiraIshee…

Suuratu Aayah 5/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers