An-Nahl · 55/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
لِيَكْفُرُوا بِمَا آتَيْنَاهُمْ ۚ فَتَمَتَّعُوا ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ ۝٥٥
Liyakfuroo bimaa aatainaahum; fatamatta`oo, faswfa ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Waan Nuti isaaniif kenninetti kafaruuf (Isatti qindeessu)Qanani’aa; fuula dura (waan isin mudatu ) ni beektuu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 53-57 — An-Nahl

53وَمَا بِكُم مِّن نِّعْمَةٍ فَمِنَ اللَّهِ ۖ ثُمَّ إِذَا مَسَّكُمُ الضُّرُّ فَإِلَيْهِ تَجْأَرُونَ
Ni’imaa irraa wanti isin bira jirus Rabbuma irraayyiErgasii yeroo miidhaan isin tuqe, garuma Isaatti waywaattu
54ثُمَّ إِذَا كَشَفَ الضُّرَّ عَنكُمْ إِذَا فَرِيقٌ مِّنكُم بِرَبِّهِمْ يُشْرِكُونَ
Ergasii yeroo Inni miidhaa san isin irraa kaasu, yeroma san gareen isin irraa ta’e Gooftaa isaaniitti (wanta biraa) qindeessu
55لِيَكْفُرُوا بِمَا آتَيْنَاهُمْ ۚ فَتَمَتَّعُوا ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Waan Nuti isaaniif kenninetti kafaruuf (Isatti qindeessu)Qanani’aa; fuula dura (waan isin mudatu ) ni beektuu
56وَيَجْعَلُونَ لِمَا لَا يَعْلَمُونَ نَصِيبًا مِّمَّا رَزَقْنَاهُمْ ۗ تَاللَّهِ لَتُسْأَلُنَّ عَمَّا كُنتُمْ تَفْتَرُونَ
Waan Nuti isaaniif kennine irraa waan hin beekneef qooda taasisuRabbitti kakadhee! waan (sobaan) odeessaa turtan irraa ni gaafatamtu
57وَيَجْعَلُونَ لِلَّهِ الْبَنَاتِ سُبْحَانَهُ ۙ وَلَهُم مَّا يَشْتَهُونَ
(Maleykaa irraa) Rabbiif shamarran taasisuQulqullina isaa (qulqullaa’e)Isaaniif immoo waan fedhan (dhiirota) taasisu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
55Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 55

Suuratu An-Nahl Aayah 55 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waan Nuti isaaniif kenninetti kafaruuf (Isatti qindeessu)Qanani’aa; fuula dura (waan…

Suuratu Aayah 55/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 53–57. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers