An-Nahl · 95/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَلَا تَشْتَرُوا بِعَهْدِ اللَّهِ ثَمَنًا قَلِيلًا ۚ إِنَّمَا عِندَ اللَّهِ هُوَ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ ۝٩٥
Wa laa tashtaroo bi `ahdil laahi samanan qaleelaa; innamaa `indal laahi huwa khairul lakum in kuntum ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Waadaa Rabbiis maallaqa xiqqaatti hin gurguratinaaYoo kan beektan taatan dhugumatti, wanti Rabbiin bira jiru, isatu isiniif caalaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 93-97 — Suuratu An-Nahl

93وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ لَجَعَلَكُمْ أُمَّةً وَاحِدَةً وَلَٰكِن يُضِلُّ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَلَتُسْأَلُنَّ عَمَّا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Rabbiin odoo fedhee ummata tokko isin taasisa tureGaruu nama fedhe ni jallisa; nama fedhes ni qajeelchaWaan dalagaa turtan irraas dhugumatti ni gaafatamtu
94وَلَا تَتَّخِذُوا أَيْمَانَكُمْ دَخَلًا بَيْنَكُمْ فَتَزِلَّ قَدَمٌ بَعْدَ ثُبُوتِهَا وَتَذُوقُوا السُّوءَ بِمَا صَدَدتُّمْ عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۖ وَلَكُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ
Faanti erga lafa qabattee booda akka hin mucucaanneefi sababaa karaa Rabbii irraa (namoota) deebiftaniif hamtuu akka hin dhandhamneef kakuu keessan gidduu keessanitti (wal ganuuf) seensa hin godhatinaa(Oggas) isiniif adabbii guddaatu jira
95وَلَا تَشْتَرُوا بِعَهْدِ اللَّهِ ثَمَنًا قَلِيلًا ۚ إِنَّمَا عِندَ اللَّهِ هُوَ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Waadaa Rabbiis maallaqa xiqqaatti hin gurguratinaaYoo kan beektan taatan dhugumatti, wanti Rabbiin bira jiru, isatu isiniif caalaadha
96مَا عِندَكُمْ يَنفَدُ ۖ وَمَا عِندَ اللَّهِ بَاقٍ ۗ وَلَنَجْزِيَنَّ الَّذِينَ صَبَرُوا أَجْرَهُم بِأَحْسَنِ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Wanti isin biraa ni dhumaWanti Rabbiin biraa immoo hafaadhaIsaan obsaniif mindaa isaanii irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina
97مَنْ عَمِلَ صَالِحًا مِّن ذَكَرٍ أَوْ أُنثَىٰ وَهُوَ مُؤْمِنٌ فَلَنُحْيِيَنَّهُ حَيَاةً طَيِّبَةً ۖ وَلَنَجْزِيَنَّهُمْ أَجْرَهُم بِأَحْسَنِ مَا كَانُوا يَعْمَلُونَ
Dhiiras ta’ee dubartii irraa nama mu’umina ta’ee dalagaa gaarii hojjate, dhugumatti jireenya gaarii isa jiraachifna; mindaa isaaniis irra gaarii waan isaan dalagaa turaniitiin isaan mindeessina
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
95Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 95

Suuratu An-Nahl Aayah 95 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Waadaa Rabbiis maallaqa xiqqaatti hin gurguratinaaYoo kan beektan taatan dhugumatti,…

Suuratu Aayah 95/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 93–97. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers