Maryam · 53/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
وَوَهَبْنَا لَهُ مِن رَّحْمَتِنَا أَخَاهُ هَارُونَ نَبِيًّا ۝٥٣
Wa wahabnaa lahoo mir rahmatinaaa akhaahu Haaroona Nabiyyaa
📖 Afaan Oromoon
Tola keenya irraas obboleessa isaa Haaruuniin nabiyyii (taasifnee) isaaf kennine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 51-55 — Suuratu Maryam

51وَاذْكُرْ فِي الْكِتَابِ مُوسَىٰ ۚ إِنَّهُ كَانَ مُخْلَصًا وَكَانَ رَسُولًا نَّبِيًّا
Kitaaba (Qur’aana) keessatti (waa’ee) Muusaa dubbadhuDhugumatti, inni filatamaa ta’ee jira; ergamaa, nabiyyis ta’eera
52وَنَادَيْنَاهُ مِن جَانِبِ الطُّورِ الْأَيْمَنِ وَقَرَّبْنَاهُ نَجِيًّا
Nutis moggaa mirga (gaara) Xuur irraa isatti lallabnee, maqoo itti haasa’uunis (of itti) isa dhiheessine
53وَوَهَبْنَا لَهُ مِن رَّحْمَتِنَا أَخَاهُ هَارُونَ نَبِيًّا
Tola keenya irraas obboleessa isaa Haaruuniin nabiyyii (taasifnee) isaaf kennine
54وَاذْكُرْ فِي الْكِتَابِ إِسْمَاعِيلَ ۚ إِنَّهُ كَانَ صَادِقَ الْوَعْدِ وَكَانَ رَسُولًا نَّبِيًّا
Kitaaba (Qur’aana) keessatti (waa’ee) Ismaa’iilis dubbadhuDhugumatti, inni dhugoomsaa waadaa ta’ee jiraErgamaa, nabiyyiis ta’ee jira
55وَكَانَ يَأْمُرُ أَهْلَهُ بِالصَّلَاةِ وَالزَّكَاةِ وَكَانَ عِندَ رَبِّهِ مَرْضِيًّا
Maatii (ummata) isaas salaatafi zakaatti kan ajaju tureGooftaa isaa birattis jaallatamaa ture
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — Maryam 53

Suuratu Maryam Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola keenya irraas obboleessa isaa Haaruuniin nabiyyii (taasifnee) isaaf kennine

Suuratu Aayah 53/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers