Maryam · 67/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Maryam
أَوَلَا يَذْكُرُ الْإِنسَانُ أَنَّا خَلَقْنَاهُ مِن قَبْلُ وَلَمْ يَكُ شَيْئًا ۝٦٧
awalaa yazkurul insaanu annaa khalaqnaahu min qablu wa lam yaku shai`aa
📖 Afaan Oromoon
Sila namni akka Nuti kanaan dura dhabama irraa isa uumne hin yaadatuu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 65-69 — Maryam

65رَّبُّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا فَاعْبُدْهُ وَاصْطَبِرْ لِعِبَادَتِهِ ۚ هَلْ تَعْلَمُ لَهُ سَمِيًّا
(Inni) Gooftaa samii, dachiifi wantoota gidduu isaan lamaan jiran hundaatiKanaafuu Isa (qofa) gabbari; Isa gabbaruu irrattis obsa qabaadhuSila Isaaf moggoo (fakkaataa) wahii ni beektaa
66وَيَقُولُ الْإِنسَانُ أَإِذَا مَا مِتُّ لَسَوْفَ أُخْرَجُ حَيًّا
Namni “Sila ani ergan du’ee lubbuun jiraadhee (qabrii) baafamaa?” jedha
67أَوَلَا يَذْكُرُ الْإِنسَانُ أَنَّا خَلَقْنَاهُ مِن قَبْلُ وَلَمْ يَكُ شَيْئًا
Sila namni akka Nuti kanaan dura dhabama irraa isa uumne hin yaadatuu
68فَوَرَبِّكَ لَنَحْشُرَنَّهُمْ وَالشَّيَاطِينَ ثُمَّ لَنُحْضِرَنَّهُمْ حَوْلَ جَهَنَّمَ جِثِيًّا
Gooftaa keetiin kakannee! Dhugumatti, isaaniifi sheyxaanota walitti qabneeti, ergasii moggaa jahannamitti jilbeenfatoo taasifnee isaan fidna
69ثُمَّ لَنَنزِعَنَّ مِن كُلِّ شِيعَةٍ أَيُّهُمْ أَشَدُّ عَلَى الرَّحْمَٰنِ عِتِيًّا
Sana booda garee hunda irraa isaan Rahmaan irratti jallinatti irra cimoo ta’an ni baafna
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — Maryam 67

Suuratu Maryam Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila namni akka Nuti kanaan dura dhabama irraa isa uumne…

Suuratu Aayah 67/98 — Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Maryam Caqasi, Maryam Hiikkaa, Maryam mp3, Maryam pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers