Taha · 11/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
فَلَمَّا أَتَاهَا نُودِيَ يَا مُوسَىٰ ۝١١
Falammaaa ataahaa noodiya yaa Moosaa
📖 Afaan Oromoon
Yeroma gara ishee dhufu “Yaa Muusaa!” (jechuun) itti lallabamee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Taha

9وَهَلْ أَتَاكَ حَدِيثُ مُوسَىٰ
Sila oduun Muusaa sitti dhufeeraa
10إِذْ رَأَىٰ نَارًا فَقَالَ لِأَهْلِهِ امْكُثُوا إِنِّي آنَسْتُ نَارًا لَّعَلِّي آتِيكُم مِّنْهَا بِقَبَسٍ أَوْ أَجِدُ عَلَى النَّارِ هُدًى
Yeroo Ibidda argu maatii isaatin “as taa’aa ani ibiddaan argee, waan irraa qabsiifatanin isinii fida yookiin ibidda biraa nama (karaa irratti) na qajeelchu argachuun kajeelaa” jedhe
11فَلَمَّا أَتَاهَا نُودِيَ يَا مُوسَىٰ
Yeroma gara ishee dhufu “Yaa Muusaa!” (jechuun) itti lallabamee
12إِنِّي أَنَا رَبُّكَ فَاخْلَعْ نَعْلَيْكَ ۖ إِنَّكَ بِالْوَادِ الْمُقَدَّسِ طُوًى
“Dhugumatti, Ani Gooftaa keeti; kophee kee baafadhu, ati laga qulqulleeffamaa, Xuwaa keessa jirtaa
13وَأَنَا اخْتَرْتُكَ فَاسْتَمِعْ لِمَا يُوحَىٰ
Ani si filadheeraa waan buufamu dhageeffadhu
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Taha 11

Suuratu Taha Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma gara ishee dhufu “Yaa Muusaa!” (jechuun) itti lallabamee

Suuratu Aayah 11/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers