Taha · 68/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
قُلْنَا لَا تَخَفْ إِنَّكَ أَنتَ الْأَعْلَىٰ ۝٦٨
Qulnaa laa takhaf innaka antal a`laa
📖 Afaan Oromoon
“Hin sodaatin! Dhugumatti, ati sumatu mooha” jenneen

🎧 Caqasi


📜 Aayah 66-70 — Suuratu Taha

66قَالَ بَلْ أَلْقُوا ۖ فَإِذَا حِبَالُهُمْ وَعِصِيُّهُمْ يُخَيَّلُ إِلَيْهِ مِن سِحْرِهِمْ أَنَّهَا تَسْعَىٰ
(Muusaanis) “Lakkisaa; isinummaan darbaa!” jedheBattalumatti haadni isaaniifi uleen isaaniis falfala isaanii irraa kan kae waan fiigdu itti fakkeeffama
67فَأَوْجَسَ فِي نَفْسِهِ خِيفَةً مُّوسَىٰ
Muusaan lubbuu isaa keessatti sodaan itti dhaga’ame
68قُلْنَا لَا تَخَفْ إِنَّكَ أَنتَ الْأَعْلَىٰ
“Hin sodaatin! Dhugumatti, ati sumatu mooha” jenneen
69وَأَلْقِ مَا فِي يَمِينِكَ تَلْقَفْ مَا صَنَعُوا ۖ إِنَّمَا صَنَعُوا كَيْدُ سَاحِرٍ ۖ وَلَا يُفْلِحُ السَّاحِرُ حَيْثُ أَتَىٰ
“Waan mirga kee keessa jiru darbi! Waan isaan dalagan ni liqimsitiWanti isaan dalagan (hundi) toftaa nama falfala hojjatuutiNamni falfala hojjatu bakkuma dhufettuu hin milkaa’u.”
70فَأُلْقِيَ السَّحَرَةُ سُجَّدًا قَالُوا آمَنَّا بِرَبِّ هَارُونَ وَمُوسَىٰ
Ergasii warri falfala hojjatan sujuuda bu’anii “Gooftaa Haaruniifi Muusaatti amanne” jedhan
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — Taha 68

Suuratu Taha Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Hin sodaatin! Dhugumatti, ati sumatu mooha” jenneen

Suuratu Aayah 68/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers