Taha · 67/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
فَأَوْجَسَ فِي نَفْسِهِ خِيفَةً مُّوسَىٰ ۝٦٧
Fa awjasa fee nafsihee kheefatam Moosa
📖 Afaan Oromoon
Muusaan lubbuu isaa keessatti sodaan itti dhaga’ame

🎧 Caqasi


📜 Aayah 65-69 — Suuratu Taha

65قَالُوا يَا مُوسَىٰ إِمَّا أَن تُلْقِيَ وَإِمَّا أَن نَّكُونَ أَوَّلَ مَنْ أَلْقَىٰ
Yaa Muusaa! Ati darbachuu yookiin jalqaba nama darbuu nuti ta’uu (filadhu)” jedhaniin
66قَالَ بَلْ أَلْقُوا ۖ فَإِذَا حِبَالُهُمْ وَعِصِيُّهُمْ يُخَيَّلُ إِلَيْهِ مِن سِحْرِهِمْ أَنَّهَا تَسْعَىٰ
(Muusaanis) “Lakkisaa; isinummaan darbaa!” jedheBattalumatti haadni isaaniifi uleen isaaniis falfala isaanii irraa kan kae waan fiigdu itti fakkeeffama
67فَأَوْجَسَ فِي نَفْسِهِ خِيفَةً مُّوسَىٰ
Muusaan lubbuu isaa keessatti sodaan itti dhaga’ame
68قُلْنَا لَا تَخَفْ إِنَّكَ أَنتَ الْأَعْلَىٰ
“Hin sodaatin! Dhugumatti, ati sumatu mooha” jenneen
69وَأَلْقِ مَا فِي يَمِينِكَ تَلْقَفْ مَا صَنَعُوا ۖ إِنَّمَا صَنَعُوا كَيْدُ سَاحِرٍ ۖ وَلَا يُفْلِحُ السَّاحِرُ حَيْثُ أَتَىٰ
“Waan mirga kee keessa jiru darbi! Waan isaan dalagan ni liqimsitiWanti isaan dalagan (hundi) toftaa nama falfala hojjatuutiNamni falfala hojjatu bakkuma dhufettuu hin milkaa’u.”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — Taha 67

Suuratu Taha Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Muusaan lubbuu isaa keessatti sodaan itti dhaga’ame

Suuratu Aayah 67/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers